Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin addaa 1ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)–Walga’iin addaa 1ffaa bara hojii 4ffaa Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa 6ffaa gaggeeffamaa jira.
Manni marichaa gabaasa raawwii karoora ji'oota 6 bara…
Yaa’ii Paartichaarratti murtoowwan guguddan ni murtaa’u-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)– Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 2ffaa gaggeeffamurratti murtoowwan guguddan kan murtaa’an ta’uu Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan…
Gamaaggamni raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii Seekteraalee Kilaastera Hawaasummaa…
Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) - Gamaaggamni raawwii karoora baatiiwwan jahan darbanii Seekteraalee Kilaastera Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa ture xumurameera.…
Hanga ammaatti Gaagurri Ammayyaa kumni 700 fi kumni 92 ol raabsame-BQO
Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) –Oromiyaatti inisheetiivii misooma Dammaan gaagura ammayyaa oomishtummaan isaa olaanaa ta’ee miiliyoona 1.5 raaabsuuf karoorfamee…
Ministeerichi gamaaggama raawwii baatiwwan jahan darbanii gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) –Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii gamaaggama raawwii karoora baatiwwan jahan darbanii Sadarkaa seektaraatti gaggeessuu eegaleera.
Gamaaggamicharratti…
Dooktar Abiy Aggaaroo fi Bashaashaatti hojiilee Misoomaa Daawwatan
Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Aggaaroo fi Bashaashaatti hojiilee Misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Baala shaayii,daandii,Mana…
Jimmatti Hojii Misooma Koriidariifi Haaroomsa Masaraa Abbaa Jifaar daawwaneerra _Aadde Adaanech
Finfinnee, Amajjii 18, 2017(FMC) -Qabeenya uumamaan badhaatuu Magaalaa seena-qabeetti Jimmatti hojii misooma koriidarii eegalamee fi haaroomsa Masaraa Abbaa Jifaar…
Tajaajilli Geejjiba Baaburaa Onlaayiniin iddoo qabatan eegaluufi
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Waldaan Aksiiyoonii Baabura lafaa Itiyoo - Jiibuutii Tajaajila Geejjiba Baaburaa Onlaayiniin iddoon qabatamu eegalchiisuuf ta'uu beeksise.
Tajaajilli…
Poolisiin baga nuuf dhufe malee, maaf nutti dhufe jedhamuu hin qabu – Komishinar Dammallaash…
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Poolisiin baga nuuf dhufe malee, maaf nutti dhufe akka hin jedhamne lammiilee hunda loogii malee tajaajiluu akka qabu Komishinarri Jeneraalaa Komishinii…
Dinagdeen Itiyoophiyaa guddina itti fufiinsa qabu galmeessisaa jira – Dooktar Fitsum Asaffaa
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Dinagdeen Itiyoophiyaa guddina itti fufiinsa qabu galmeessisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan ibsan.…