Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin baga nuuf dhufe malee, maaf nutti dhufe jedhamuu hin qabu – Komishinar Dammallaash…
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Poolisiin baga nuuf dhufe malee, maaf nutti dhufe akka hin jedhamne lammiilee hunda loogii malee tajaajiluu akka qabu Komishinarri Jeneraalaa Komishinii…
Dinagdeen Itiyoophiyaa guddina itti fufiinsa qabu galmeessisaa jira – Dooktar Fitsum Asaffaa
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Dinagdeen Itiyoophiyaa guddina itti fufiinsa qabu galmeessisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan ibsan.…
Kitaabni “seenaa bunaafi siyaas dinagdee shanan gibee”jedhu eebbifame
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Kitaabni "seenaa bunaafi siyaas dinagdee shanan gibee"jedhu kan Gaazeexeessaa Saaliim Aminiin barreeffame eebbifameera.
Kitaabni kun fuula 330 kan qabu…
Lafa hektaara kuma 30 irratti Baala Shaayii misoomsuuf hojjatamaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Lafa heektaara kuma 30 irratti Baala Shaayii misoomsuuf hojjatamaa jiraachuun ibsame.
Itiyoophiyaan misooma baala shaayiitiif kan oolu lafa hektaara…
Gurmaa’insi Gandaa rakkoo hawaasaa furaa jira – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ambootti Waajjira Gandaa Boojjii Gabbisaa fi Ganda…
Sekteraaleen Kilaastera Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa raawwii hojii baatiiwwan ja’an darbanii…
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Sekteraaleen Kilaastera Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa raawwii hojii baatiiwwan jahan darbanii magaalaa Bishooftuutti qorachaa jiru.
Gamaggamicha irratti…
Raayyaa Cimaan ijaarameera – Injinar Ayishaa Mohaammad
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Raayyaa cimaan aantummaa biyyaa fi ummataa qabuu fi ga'umsa olaanaan dirqama isaa bahachuu danda’u ijaaramuu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar…
Obbo Adam Faaraah qaamolee Seerri Aadaa Heer Iseen UNSECOtti akka galmaa’uu gumaacha qaban…
Finfinnee, Amajjii 17, 2017(FMC) - Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah qaamolee Seerri Aadaa Heer Iseen Dhaabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaa Mootummoota…
Obbo Awwaluu Abdiin Magaalaa Ambootti dargaggoota waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii17, 2017(FMC) - Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Obbo Awwaluu Abdiin Magaalaa Ambootti dargaggoota waliin dhimmoota sochiwwan siyaas-dinagdeefi…
Ayyaanni bara haaraa saba Shakkoo ‘Tiikaashaa Beengiin’ kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii17, 2017(FMC) - Ayyaanni bara haaraa saba Shakkoo 'Tiikaashaa Beengiin' naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa magaalaa Shakkootti kabajamaa jira.
Ayyaanni 'Tiikaashaa…