Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namni dhuunfaan Kaartaa qabiyyee lafaa dabalatee sanadoota sobaa garaagaraa qopheessaa ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti namni dhuunfaan Kaartaa qabiyyee lafaa dabalatee sanadoota sobaa garaagaraa qopheessaa ture to’atamuu ibsame.…
Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota siyaasaa fi nageenyaa Naannoo Tigraay waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhimmoota waliigalaa bulchiinsaa fi nageenyaa ilaalchisee hoggantoota siyaasaa fi nageenyaa Naannoo Tigraay fi…
“Heer Iisee” ‘UNESCO’tti galmaa’e
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Sirni Aadaa Jaarsummaa hawaasa Iisaa Somaalee “Heer Iisee” hambaa kiliyyaa ta’uun Dhaabbata Barnootaa, saayinsii fi aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti…
Diinagdeen Itiyoophiyaa Saffisaan guddachaa jira-Shaangucheen Zhingi
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Diinagdeen Itiyoophiyaa saffisaan guddachaa jiraachuu Daayrektarri Itti Aanaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Shaangicheen Zhingi ibsan.
Ministirri…
Kabaja guyyaa Sabaa fi Sablammootaaf keessummoonni Arbaa Minchiin galaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Kabaja guyyaa Saboota, Sablammootaa fi ummatoota Itiyoophiyaaf gareewwan aadaa naannolee Magaalaa Arbaa Minchiin galaa jiraachuun ibsame.
Haluma kanaan…
Godinaalee Oromiyaa garaagaratti leenjiin interpirinarshiippii daldaltootaaf kennamuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Godinaalee Oromiyaa garaagaratti leenjiin interpirinarshiippii daldaltootaaf kennamuu eegaleera.
Haaluma kanaan leenjichi Magaalaa Asallaatti kennamuu…
Komishinar Dammallaash Ambaasaaddara Xaaliyaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)- Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agoostinoo Paalsee waliin…
Guddinni Itiyoophiyaan galmeessite dinqisiisaadha – Pireezidaanti Puutiin
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FMC) – Guddinni Itiyoophiyaan waggoottan darban galmeessite dinqisiisaa ta’uu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin ibsan.
Pireezidaanti Puutiin…
Hoggantoota imala guddina Itiyoophiyaa fuulduratti itti fufsiisan horachuun barbaachisaadha-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2017 (FBC)-Hoggantoota imala guddina Itiyoophiyaa fuulduratti tarkaanfachiisan horachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 25 2017 (FBC)- Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummatootaa 19ffaan Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti kabajameera.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalatti Aadde Adaanech Abeebeen,…