Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti hanga ammaatti lafti Hektaarri miiliyoonni 1.3 Jallisii Boneen Qamadiin faca’e
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 1.3 Jallisii Boneen Qamadiin faca'uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera.
Bara kana lafa…
Itiyoophiyaan mirkaneessa sadarkaa bulchiinsa misooma Bosonaa yeroo argachuun ifoome
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Bosonaa Itiyoophiyaan mirkaneessa sadarkaa bulchiinsa misooma Bosonaa yeroo argachuun ifoomse.
Sadarkaan Bulchiinsaa Bosonaa…
Guyyaan sabaaf sablammootaa 19ffaan Embaasiwwanii fi Qoonsilaa Jeneraalaatti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Guyyaan sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaan Embaasiwwanii fi Qoonsilaa Jeneraalootaa biyyoota adda addaatti Itiyoophiyaa bakka bu’anitti kabajameera.…
Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa Naannoolee garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC)- Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummatootaa naannolee garaagaraatti kabajame.
Haaluma kanaan naannolee Sidaamaa, Beenishaangul Gumuz, Giddugaleessa…
Itiyoophiyaan damee Aviyeeshiniin hirmaannaa taasisuun Daandii Qilleensaa cimaa ijaaruu akka…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan damee Aviyeeshiniin hirmaannaa olaanaa taasisuun Afrikaatti Daandii Qilleensaa cimaa ijaaruu akka dandeesse ibsame.
Guyyaan kabaja…
Rakkoolee jiran mariin furuun murteessaa ta’uu Hidhattoonni duraanii Naannoo Tigraay ibsan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Rakkoolee jiran mariin furuun waloon hojjechuun murteessaa ta’uu Hidhattoonni duraanii Naannoo Tigraay ibsan.
Rakkoolee jiran mariin furuun guddina…
Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO gidduutti taasiifame kan…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota olaanoo Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti taasiifame biyyattiitti nageenya waaraa…
Oromiyaatti hanga ammatti lafa hektaara miiliyoona 5.3 olirraa oomishni walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 5 fi kuma 300 fi kuma 12 olirraa oomishni walitti qabamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO gidduutti taasiifame waan…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti taasiifame waan jajjabeeffamu ta'uu Pireezidaantii…
Adeemsi Hojii Misooma Koriidarii Addabaabayii Calcalii – Bakkannisaa – Furii –…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Adeemsa Hojii Misooma Koriidarii Addabaabayii Calcalii - Bakkannisaa - Furii - Haannaa gamaaggamamuu…