Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xiyyaarri Humna Qilleensaan Itiyoophiyaan hojjetamte “Tsahaay 2” balaliif geesse-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Xiyyaarri Humna Qilleensichaa Itiyoophiyaan hojjetamte “Tsahaay 2” jedhamtu balaliif ga’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar…
Rakkoon bu’uuraa Oromoo kaleessarraa kaasee hanga har’aatti fala argachuu dadhabe tokkummaa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa haala naannichaa ilaalchisee ibsa kenneera.
Rakkoon bu’uuraa Oromoo kaleessarraa kaasee hanga har’aatti fala argachuu…
Lakkoofsi Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa seeran galmaa’anii hojjechaa jiranii kuma 5 fi 200 gahuu…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Lakkoofsi Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa seeran galmaa’anii hojjechaa jiranii kuma 5 fi 200 gahuu Abbaan Taayitaa Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa beeksise.…
Ibsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irraa Kenname
Egereefi hiree ummata Oromootiif jecha garaagarummaa jiru dhiphisuun naannicha keessatti nageenya waaraa fiduuf qondaaltootaafi miseensota WBO waamicha nageenyaa fudhatan waliin marii…
Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Invastimantii Bu’uraalee Misoomaa Eeshiyaa tumsaan hojjehuuf…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa fi Baankiin Invastimantii Bu’uraalee Misooma Eeshiyaa tumsaan hojjehuuf waliigalteera ga’uu ibsameera.
Ministirri Ministeera…
Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin dhimmoota dubartootaa fi Daa’immaniirratti tumsaan hojjechuuf…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin dhimmoota dubartootaa fi Daa’immaniirratti tumsaan hojjechuuf waliigalaniiru.
Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Hoggantoonni Olaanoon Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Bahiirdaaritti hojiilee misoomaa daawwataa jiru
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Bahiirdaaritti Piroojektoota misoomaa daawwataa jiraachuu ibsameera.
Hoggantoonni olaanoon kunneen…
Naannoo Tigraayitti Hoomaan Simbira Girrisaa oomisha miidhaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Godina Kibba Tigraayitti hoomaa Simbira Girrisaa mudateen oomishni Mishingaa lafa hektaara kuma 1 irra ture barbadaa’uu ibsameera.
Hoomaan Simbira…
Waggaa 5ffaa Hundeeffama Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun Agarsiisni suuraa baname
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Waggaa 5ffaa Hundeeffama Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun Agarsiisni suuraa Finfinnee Golambaa Saayinsiitti banameera.
Saganticharratti Ministira…
Ogeeyyiin Itiyoophiyaa fi IMF gamaaggamaa 2ffaa dhiyeessii liqii dheereffamerratti waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2017 (FBC)-Ogeeyyiin Itiyoophiyaa fi Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) gamaaggamaa 2ffaa dhiyeessii liqii dheereffamerratti waliigalaniiru.
Gamaaggamni Boordii…