Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 4 ol irraa oomishni walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaraa miiliyoonaa 4 ol irra oomishni walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Lafa hektaara…
Konfiraansii Nageenyaa Ardii Afrikaarratti agarsiifni suuraa baname
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Konfiraansii Nageenyaa Ardii Afrikaa mata duree ‘Afrikaa Badhaatee fi nagaa taate haa ijaarru’ jedhuun magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jirurratti…
Obbo Geetuun Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti Facaasaa qamadii bonaa gaggeessan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti facaasaa qamadii bonaa gaggeessaniiru.
Godina Jimmaa…
Itiyoophiyaan rakkoon Afrikaa, Afrikaan akka furamu ejjennoo qabdu qabatamaan agarsisaa jirti – Pir.…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan rakkoon Afrikaa, Afrikaan akka furamu ejjennoo qabdu qabatamaan agarsiisaa jiraachuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…
Guyyaan Farra Haleellaa Koorniyaa Idil Addunyaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Guyyaan Farra Haleellaa Koorniyaa Idil Addunyaa magaalaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jiraachuun ibsameera.
Saganticharratti Ministirri Ministeera Dhimma…
Godina Shawaa Lixaatti hojiileen misoomaa daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Godina Shawaa Lixaatti hojiileen misooma qonnaa daawwataman.
Daawwannichaan hojiin misooma Garbuu Nyaataa Aanaa Walmaraatti daawwatameera.
Afyaa’iin…
Konfiraansiin Nageenyaa Ardii Afrikaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Konfiraansiin Nageenyaa Ardii Afrikaa mata duree ‘Afrikaa Badhaatee fi nagaa taate haa ijaarru’ jedhuun magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.…
Sadarkaa Oromiyaatti Waggaa 5ffaan hundeeffama Paartii Badhaadhinaa Naqamteetti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Sadarkaa Oromiyaatti sirni kabaja waggaa 5ffaan hundeeffama Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamaa jira.
Sirna kabajicharratti…
Imaamaannii fi Tarsiimoon mootummaan hojiirra oolche jijjiirama qabatamaa fidaa jira – TKM
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Badhaadhina hundagaleessa mirkaneessuuf Imaamaannii fi Tarsiimoon mootummaan hojiirra oolche jijjiirama qabatamaa fidaa jiraachuu Tajaajilli…
Ministiroonni biyyoota Afrikaa adda addaa Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Ministiroonni biyyoota Afrikaa garagaraa konfiraansii nageenyaa Ardii Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Haaluma…