Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imaamaannii fi Tarsiimoon mootummaan hojiirra oolche jijjiirama qabatamaa fidaa jira – TKM
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Badhaadhina hundagaleessa mirkaneessuuf Imaamaannii fi Tarsiimoon mootummaan hojiirra oolche jijjiirama qabatamaa fidaa jiraachuu Tajaajilli…
Ministiroonni biyyoota Afrikaa adda addaa Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Ministiroonni biyyoota Afrikaa garagaraa konfiraansii nageenyaa Ardii Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Haaluma…
Dooktar Abiy oomisha Paappayyaarratti kanneen bobba’an oomisha dabaluuf akka tattaafatan waamicha…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad oomisha Paappayyaarratti kanneen bobba’an oomisha dachaan dabaluuf akka tattaafatan waamicha dhiyeessaniiru.…
Itiyoophiyaan ijaarsa nageenya waaraaf tattaaffii taasiftu akka deeggaran dhaabbileen Idil Addunyaa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan ijaarsa nageenya waaraaf tattaaffii taasiftu akka deeggaran bakka bu’oonni dhaabbilee sadarkaa Ardii fi Idil Addunyaa ibsan.
Sirni…
Itiyoophiyaan Konkolaattota elektirikii %95 fayyadamuuf hojjechaa jirti
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan waggoottan 10’n dhufan keessa konkolaattota elektirikii %95 fayyadamuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii beeksise.…
Kitaabni “Qabsoofi Wareegama Oromoo Tuulamaa (1270-1992)” eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Kitaabni mata duree "Qabsoo fi Wareegama Oromoo Tuulamaa (1270-1992)" jedhuun barreeffame ebbifame.
Kitaabichi Barsiisaa Mallasaa Ijaaraa fi Darriboo…
Obbo Ordii Badriin damee tuuriizimiin walta’iinsaan hojjechuuf Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii damee tuuriizimiirratti walta’iinsaan hojjechuuf Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroota biyyoota garaagaraa…
Finfinneetti waltajjiin xumuraa kabaja Waggaa 5ffaa hundeeffama Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti waltajjiin xumuraa kabaja Waggaa 5ffaa hundeeffama Paartii Badhaadhinaa fi mariin paanaalii Yaadannoo Injifannoo Adwaatti…
Waggoottan 5’n itti aanan baala shaayii irraa galii Doolaara miiliyoona 700 argachuuf karoorfamee…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Waggoottan shanan itti aanan baala shaayii irraa galii Doolaara miiliyoona 700 argachuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii…
Godinichatti Damma toonii kuma 6 argachuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2017 (FBC)- Godina Baaleetti Damma toonii kuma 6 argachuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Godinicha Aanaa Gobbaatti hojiileen Sagantaa Maaddii Guutuun hojjetamaa…