Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiin Misooma Koriidarii magaaloota naannoo Kibba Itiyoophiyaa 7 keessatti hojjetamaa jira – WMM
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Magaalota Naannoo Kibba Itiyoophiyaa 7 keessatti hojiin Misooma Koriidarii hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee FDRI ibseera.
Keessattuu…
Yaa’iin Gamtichaa giddugalummaa Dippiloomaasii Itiyoophiyaa daran haala mul’isuun keessummeessuuf…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 38ffaa giddugalummaa Dippiloomaasii Itiyoophiyaa daran haala mul’isuun keessummeessuuf qophiin taasifamuu Walitti Qabduun Koree…
Aadde Adaanech Adeemsa Ijaarsa Giddugala Walga’ii Idil Addunyaa Addis daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Adeemsa Ijaarsa Giddugala Walga'ii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.
Aadde Adaanech gama…
Yaa’iin Misooma Jallisii Idil Addunyaa jijiiirama qabeenya qilleensaa dandamachuu Finfinneetti…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Yaa’iin Misooma Jallisii Idil Addunyaa jijjiirama qabeenya Qilleensaa dandamachuu Guraandhala 5 – 7, 2017 Finfinneetti taa’ama.
Yaa’iin kun…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa gara Magaalaa Haydiraabaadiitti balallii eegaluufi
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Waxabajji 9, 2017 jalqabee Hinditti bakka ga’umsaa 5ffaa kan taate gara Magaalaa Haydiraabaadiitti balallii eegaluuf…
Miidhaa dubartootaa fi daa’immanirra ga’u hambisuuf itti gaafatamummaa mirkaneessuun akka…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC)- Miidhaa dubartootaa fi daa’imman irraa ga’uu hambisuuf itti gaafatamummaa mirkaneessuun akka barbaachisuu Afyaa’ii Ittaantuun Mana Maree Bakka Bu’oota…
Itiyoophiyaan damee dippiloomaasiin hojiilee milkaa’oo hojjechuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Jijjiiramaan booda damee dippiloomaasiin faayidaa biyyaalessaa ishee kabachiisuuf hojiilee milkaa’oo hojjechuu Ministir Deetaan Ministeera…
Boba’aan liitirri kuma 7 fi 800 ol to’atame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Boba’aa Beenzilli liitirri kuma 7 fi 831 geejjibsiifamaa ture to’atame.
Boba’aan kun Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti seeraan…
Kitaabni “Addooyyee” eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Kitaabni mata duree "Addooyyee" jedhuun maxxanfame eebbifame.
Addooyyeen hiriyaa wal jaallatan, michuuwwan jechuu yoo ta’u, kitaabichi Aadaa Oromoo…
Caffeen Oromiyaa muudama garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Caffeen Oromiyaa muudama garaagaraa dhiyaatan raaggasiseera.
Haaluma kanaan:-
Obbo Kaffaaloo Tafarraa-Caffee Oromiyaatti Waamamaa Mootummaa…