Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kitaabni Seenaa Oromoo Harargeerratti xiyyeeffate Eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Kitaabni Seenaa Oromoo Harargeerratti xiyyeeffate eebbifameera.
Saganticharratti Af-yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan,Af-yaa'ii Naannoo…
Obbo Awwaluu Abdiin Jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin jirattoota Aanaa Waacaalee waliin mari’ataniiru.
Mariin isaanii dhimmoota…
Daandichi badhaasa “Daandii Xiyyaaraa Filatamaa Afrikaa” injifate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa damee imaltoota bizinasiin badhaasa "Daandii Xiyyaaraa filatamaa Afrikaa” 2024 injifateera.
Badhaasichaas walitti…
Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjooman
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Hojjettoonni Waajjira Ministira Muummee Dhiiga Arjoomaniiru.
dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruu ta’uu ibsuun, hawaasni aadaa dhiiga arjoomuu…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee Misoomaa Magaalaa Baahir Daar daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) -Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran daawwataniiru.…
Aadde Adaanech Itiyoophiyaa, Ertiraa, Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itiyoophiyaa, Ertiraa, Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Mariyaam…
Sirna Gadaa:Gosee irraa hanga bu’uura diimokiraasii Addunyaatti
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Sirni Gadaa Booranaa gosee keessatti jalqabe suutumma guddachuun bulchiinsaa uummataa fi bu’uura diimokiraasii addunyaa jechuun himan qorattoonni fi…
Ibsa Ejjennoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname
Nagaa Nagaa Nagaa!!!
Ummanni naannoo keenyaa, rakkoon nageenyaa yeroo dheeraaf isaa rakkisaa ture, karaa nagaa akka goolabamu yeroo garaa garaa hiriira nagaa gurguddoo gochuun waamicha…
Warshaa Huccuu Dirree Dhawaa humna guutuun akka oomishuuf hojjatamaa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Warshaa Huccuu Dirree Dhawaa humna guutuun akka hojitti galuuf hojjatamaa jira jedhan Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allabal.
Obbo…
Filannoon Somaaliilaandi nagaan xumuramuu hordofee Itiyoophiyaan ergaa baga gammaddanii dabarsite
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Filannoon Pireezidaantummaa Somaaliilaandiitti dheengadda gaggeeffame karaa nagaa fi Demokiraatawaa ta’een xumuramuu hordofee mootummaan Itiyoophiyaa ergaa…