Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Gannat Tashoomaan xalayaa muudamaa isaanii Pireezidanti Putiiniif dhiyeessan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Raashiyaatti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa ta’uun kan muudaman Ambaasaaddar Gannat Tashoomaan xalayaa muudamaa isaanii Pireezidantii Raashiyaa Vilaadmiir…
Tajaajilichii fi Dhaabbanni Odeeffannoo Teekinikaa Aljeeriyaa hammattoo walta’iinsaa sadarkaa…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa fi Dhaabbanni Odeeffannoo Teekinikaa Aljeeriyaa damee odeeffannoo teekinikaan hammattoo walta’iinsaa…
‘FAO’n Itiyoophiyaatti jijjiirama damee Qonnaa itti fufsiisuuf deeggarsa akka taasisu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Dhaabbanni Qonnaa fi Nyaataa Addunyaa Itiyoophiyaatti jijjiirama qabatamaa damee Qonnaa itti fufsiisuuf deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru.…
Yaa’iin BRICS Itiyoophiyaaf waltajjii hariiroo Idil Addunyaa kan uume ta’uun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Yaa’iin BRICS Itiyoophiyaaf Waltajjii hariiroo Idil Addunyaa bal’aa kan uume ta’uun ibsame.
Itiyoophyaatti Embasiin Raashiyaa, Ambaasaddaroonni…
Qaamni hunduu gaaffii qabu akka dhiyeessu hojjetamaa jira-Komishinicha
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)-Qaamni hunduu gaaffii qabu akka dhiyeessu hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise.
Komishinichi hojiin ajandaa walitti qabuu…
Pirojektii Geejjiba Baaburaa Salphaa Finfinnee misooma Magaalaan walsimsiisuu barbaachisa-Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Pirojektii Geejjiba Baaburaa Salphaa Finfinnee misooma magaalaan walsimsiisuun akka barbaachisu Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen…
Xiyyaarri haaraan bitame dorgomtummaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa kan dabaluudha-L/J Yilmaa…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Xiyyaarri haaraan bitame dorgomtummaa fi sadarkaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa kan dabalu ta’uu Walitti Qabaan Boordii Dandichaa fi Ajajaan Humna…
Kaappitaala Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa guddisuuf labsiin ba’e ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 4ffaa har’a gaggeesseen labsii Kaappitaala Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa guddisuu fi dhiibba…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Miseensa Hundeessaa Waldaa Yuunivarsiitiiwwan BRICS ta’e
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee Miseensa Hundeessaa Waldaa Yuunivarsiitiiwwan biyyoota BRICS ta’uu beeksise.
Yuunivarsiitichi, Yuunivarsiitiiwwan…