Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adaamaatti dargaggootaaf carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti dargaggootaaf carraa hojii uumuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Magaalichaatti…
Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaagaraa keessatti mariin imala ijaarsa biyyaarratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC)- Godinaalee fi Magaalota Oromiyaa garaa garaa keessatti mariin imala ijaarsa biyyaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.,
Marichi Imala…
Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti Duulli Misooma Sululaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC)- Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti Duulli Misooma Sululaa guyyoota 60’f turu gaggeeffamuu eegaleera.
Godina Wallagga Bahaatti hojii Misooma sululaa…
Manni Marichaa walga’ii idilee16ffaa bara Hojii 4ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 15,2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 16ffaa Bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa walga'ii isaan Dhaabbata Abba gaar…
Godina Silxee fi Magaalaa Harariitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbe
Finfinnee, Amajjii 15, 2017 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Silxee fi Magaalaa Harariitti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 10 darbuu ibsameera.
Godina…
Obbo Geetuun Aanaa Beddelleetti hojii misooma baala shaayii halkan hojjetamaa jiru daawwatan
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Hoggaanaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Beddelleetti hojii misooma baala shaayii halkan hojjetamaa jiru…
Waliin mari’achuu dhabuun keenya wareegama hin malle nu kaffalchiiseera – Af…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Garaagartee jirurratti teenyee mari'achuu dhabuun keenya wareegama hin malle nu kaffalchiiseera jedhan Af Yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Obbo…
Balaa Bidiruu mudateen Lubbuun Itiyoophiyaanoota 20 darbe
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC)-Sanbata Duraa galgala Bidiruun Godaantoota Itiyoophiyaa 35 feetee Jibuutirraa gara Yemanitti imalaa turte dhidhimuun Lubbuun lammiilee Itiyoophiyaa 20…
Waggoottan lamaan dhufan keessa Yuunivarsiitiiwwan mootummaa 10 gara ofiin of bulchuutti ceesisuuf…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Waggoottan lamaan dhufan keessa Yuunivarsiitiiwwan mootummaa 10 gara ofiin of bulchuutti ceesisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa…
Qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii misooma Sululaa milkeessuun furmaata…
Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii misooma Sululaa milkeessuun furmaata waaraa ta'uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksise.…