Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan hariiroo fi tumsa biyyootaa fi dhaabbilee idil addunyaa garaagaraa waliin qabdu…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) –Itiyoophiyaan hariiroo fi tumsa biyyootaa fi dhaabbilee idil addunyaa garaagaraa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta'uu Ministirri Ministeera…
Magaalichatti misooma Dammaa babal’isuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Bulchinsa Magaalaa Jimmaatti misooma Dammaa babal'isuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Magaalichatti Gaagurri dammaa 400 dargaggootaaf kennamuu…
Guyyoottan kurnan itti aanan naannawaan Rooba waqtii bonaa 2ffaa keessa jiran Rooba Salphaa hanga…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Guyyoottan kurnan itti aanan naannawaan Rooba waqtii bonaa 2ffaa keessa jiran Rooba Salphaa hanga giddugaleessaa kan argatan ta’uu Inistiitiyuutiin…
Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Naannoo Qilleensa Ertiraarraa akka hinbalaliine dhorkameera…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Naannoo Qilleensaa Ertiraarraa akka hinbalaliine dhorkameera odeeffannoon jedhu soba ta’uu Daandiin Qilleensichaa…
Guyyaa sabaaf sablammoota Itityoophiyaa 19ffaa akkaataa sirna Sabdaneessummaa cimsuun kabajuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammoota Itityoophiyaa 19ffaa akkaataa sirna Sabdaneessummaa caalmaatti cimsuun kabajuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Af Yaa’iin…
Jarman hojiilee Komishiinii Haaromsa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan deeggartu ta’uu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Jarman Itiyoophiyaatti loltoota duraanii deebisaanii ijaaruuf tattaaffii Komishiiniin Haaromsa Biyyaalessaa taasisaa jiru kan deeggartu ta’uu ibsite.…
Oomisha giddugala Warshaa Nooraa Gudar dachaan dabaluuf hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Oomisha giddugala Warshaa Nooraa Gudar dachaan dabaluuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Humna oomisha giddugala Waarshichaa…
Seenessi waloon biyya ijaara, tokkumma cimsa,Seensi qeenxeen ammoo biyya diiga – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Seenessi waloon humna walitti qabuun biyya ijaara, Seensi qeenxeen ammoo humna bittinneessuun biyya diiga jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Lammiin Itiyoophiyaa misooma Koriidarii jibbu jira jedhee hin yaadu – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Misooma Koriidariin magaaloota Itiyoophiyaa ammayyaa ijaaraa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Magaalaa fi baadiyyaatti…
Manni marichaa mooshinii dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga'ii Idilee 3ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa har'a gaggeesseen mooshinii ejjennoo mootummaa bara 2017…