Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidiyaaleen gabaasa Sirrii tokkummaa biyyaa cimsan hojjechuu qabu-Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Miidiyaaleen gabaasa Sirrii fi madaalawaa ta’ee haala tokkummaa biyyaa cimsuun hojjechuu qabu jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…
“Sakatta’iinsa Adeemsa Magaalomsuu: Barbaachisuummaa Hammatoo Haaraa
Seenduubee
Qaroominni kamuu ka’umsa isaatiif magaalaa maqaa dhahata. Dh.K.D. bara 4300 irraa eegalee, magaalonni seenaa dhala namaa keessatti jijjiiramootafi warraaqsoota gurguddaaf…
Pireezidaanti Taayyeen Burundii Bujumburaa galan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Burundii Bujumburaa galaniiru.
Pireezidaanti Taayyeen Yaa’ii Dureewwaan Gabaa Waloo Biyyoota Afrikaa…
Biyyoota Dhiibbaan Idaa irra jiru hir’isuu haalota dandeessisanirratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Biyyoota Afrikaa dhiibbaan Idaa Olaanaan irra jiru hir’isuu haalota dandeessisanirratti mariin gaggeeffameera.
Waltajjicha kan qopheessan…
Obbo Adam Faaraah Itti Aanaa Itti Gaafatamaa Mana Maree Ummataa Chayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Itti Aanaa fi Itti Gaafatamaan Giddigala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraah, Itti Aanaa Itti Gaafatamaa Mana…
Itiyoophiyaan gara Lakkoofsa Manaa fi Ummataa dijitaalawwatti imalaa jirti-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Hubannoo namtolchee fayyadamuun, sirrummaa istaatistiksii fooyyessuuf Itiyoophiyaan gara lakkoofsa manaa fi ummataa dijitaalawaatti imaalaa jiraachuu…
Dooktar Abiy Ahimad boru Paarlaamaaf ibsa kennu
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad boru Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataaf ibsa ni kennu.
Manni Marichaa walga'ii idilee 3ffaa bara hojii…
Godina Walaayittaatti rooba cimaa roobee Sigiga lafaa hordofsiseen lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Godina Walaayittaa Aanaa Kaawo Koyishaatti roobaa cimaa roobee sigiga Lafaa hordofsiseen lubbuun namoota 7 darbuun ibsame.
Balichaan lubbuun…
Dandeettiin Magalaa filatamtuu ta’uu Finfinnee yeroo gara yerootti dhugoomaa jira-Dooktar Abiy…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Dandeettiin Magaalaa filatamtuu ta’uu Finfinnee yeroo gara yerootti dhugoomaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar…
Godinichatti Paampiiwwan Kumni 2 Qonnaan Bultootaaf raabsaman
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Godina Jimmaatti paampiiwwan misooma jallisiif oolan kumni 2 qonnaan bultootaaf raabsamuun ibsameera.
Godinichatti carraa bishaanii jiru…