Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Idaa Itiyoophiyaa qooda Oomisha Waliigalaa Biyyatti keessatti qabu gadi hir’isuun…
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Waggootaa jijjiiramaa keessa tarkaanfiiwwan fudhatamaniin Idaa itiyoophiyaa qoodaa oomishaa waliigalaa biyyatti keessa qabu %13.7tti gadi hir’isuun akka…
Wixineen Labsii Taaksii Qabeenyaa ragga’e
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 15ffaa har’a gaggeesseen magaalota biyyattii hundatti kan hojiirra oolu Wixinee Labsii Taaksii Qabeenyaa…
Manni Maree Ministirootaa dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)-Manni Maree Ministirootaa Walga'ii Idile 41ffaa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari'achuun murtoo dabarseera.
Haaluma kanaan:
1. Mootumman…
Diinagdeen damee dhuunfaan akka hogganamuuf tarkaanfii fudhatameen milkaa’inni galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 6, 2017 (FMC)- Diinagdeen damee dhuunfaan akka hogganamuuf tarkaanfii fudhatameen jijjiiramni galmaa’aa jiraachuu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiretuun ibsan.…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Deenmaark waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Giiftii Deenmaark Beeneediikteen waliin mari'ataniiru.
Deeggarsa daa'immanii fi qulqullinaa barnootarratti tumsaan…
Jarman misooma Annisaa Haaromuu Itiyoophiyaan hojjetaa jirtu dinqisiifatte
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Haabtaamuu Ittafaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Hansi Haanfiildi waliin mari'ataniiru.…
Lammiileen Itiyoophiyaa 164 Beeruutii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Beeruutiitti haala rakkisaa keessa turan 164 gara biyyaa deebi'aniiru.
Lammiileen kunneen waayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Mootummaan dhabuuf kan ture Birrii biiliyoona 100 ol baraaruun akka danda’ame ibsame
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC)- Waliin dhahiinsa daldalaa fi kontiroobaandiin mootummaan dhabuuf kan ture Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 7 ol baraaruun akka danda’ame ibsame.…
Mootummaan Deenmaarki hojiilee misoomaa Itiyoophiyaa deeggaruuf fedhii qabaachu ibse
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) –Mootummaan Deenmaarki hojiilee misoomaa dameelee garaagaraan Itiyoophiyaan hojjechaa jirtu deeggaruuf fedhii qabaachuu Giiftiin Biyyaattii Beenediktee…
Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef deeggarsa taasise
Finfinnee, Amajjii 5, 2017 (FMC) – Waajjirri Giiftii Duree Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinneef qorichaalee adda addaa deeggarsa taasiseera.
Waajjirichi dhaabbata miti mootummaa 'Good…