Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 428’tti tilmaamamu to’ataman
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 428’tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumuruka beeksise.
Komishinichi Onkololeessa 1-7, 2017’tti…
Gandoota giddugala misoomaa fi haaromsi itti mirkanaa’u gochuuf xiyyeeffannoo hojjetamuu…
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)-Gandoota giddugala misoomaa fi haaromsi itti mirkanaa'u gochuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo oromiyaa…
Obbo Adam Faaraah Bakka Bu’aa Paartii Komunistii Chaayinaa fi Itti Aanaa Ministira Barnootaa…
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa fi Itti Gaafatamaan Giddigala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraah Garee Jilaa Bakka…
Sababa Balaa ibiddaa ‘Shammaa Taraatti’ mudatee qorachaan jira-Poolisii
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Amagaalaa Addis Katamaatti Markaatootti Giddugalaa ‘Shammaa Taratti’ sababa balaa ibiddaa mudatee qorachaa jiraachuu Poolisiin…
Pireezidaanti Taayyeen Antooniyoo Guutareez waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.…
Boordichi Paartilee Siyaasaa 11’rratti murtoo dhorkii dabarse
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa yaa’ii waliigalaan, oodiitiin, miseensa dubartootaan deeggarsa maallaqaa argamuun walqabatee xalayaa…
Yaa’iin Waliigalaa CAF Finfinneetti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) –Yaa’iin 46ffaa Waliigalaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) Finfinneetti gaggeeffamaa ture murtoowwaan garaagaraa dabarsuun xumurameera.…
Sirni Awwaalcha Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaa raawwate
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Sirni Awwaalcha Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddaasaa, Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleetti raawwateera.
Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaa…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan hojiilee misoomaa Godina Iluu Abbaa Boor daawwatan
Finfinnee Onkololeessa 12, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan godina Iluu Abbaa Booritti Hojiilee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.
Haaluma kanaan…
Pireezidaanti Taayyeen CAF gaaffii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa qopheessuuf dhiyeessite akka…
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2017 (FBC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen CAF gaaffii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa qopheessuuf dhiyeessite akka simatuufi raggaasisu waamicha…