Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatiiwwan sadan darban lammiilee kuma 619’f carraan hojii umameera-MHO
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Bara baajataa 2017 kurmaana jalqabaatti lammiilee kuma 619’f carraan hojii umamuu Ministeerrii Hojii fi Ogummaa beeksise.
Gamaaggamni raawwii…
Jimmaatti fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetamaa jiran daawwataman
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Godina Jimmaatti fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf hojiilleen hojjatamaa jiran dawwatamaniiru.
Godinicha Aanaa Limmuu Kossaatti kilaasteera…
Giddugalli Gabaa Galtee Qonnaa Naannoo Haarari tajaajila eegale
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Giddugalli Gabaa Galtee Qonnaa fi Oomishaalee Qonnaa, qonnaan bultoota Naannoo Hararii ijaaramaa ture tajaajila eegale jira.
Giddugallichi…
Hojiin jijjiiramaa dhaabbataa fi siivil sarvisii hojiirra oolchaa turre tattaaffii guddinaa keenya…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)-Hojiin jijjiiramaa dhaabbataafi siivil sarvisii hojiirra oolchaa turre tattaaffii guddinaa keenya deeggaruu irratti argamu jechuun Ministirri Muummee…
Leenjiin marsaa 2ffaa hoggantoota olaanoo fi giddugaleesaa Paartii Badhaadhinaaf kennamaa ture…
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Mata duree “Humna Mul’ataa Badhaadhina Hunda Galeessaaf“ jedhuun Leenjiin marsaa 2ffaa hoggantoota olaanoo fi giddugaleesaa Paartii Badhaadhinaaf…
Itiyoophiyaan Biyyoota Miseensa BRICS waliin tumsa diingdee ishee cimsitee akka itti fuftu ibsite
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan biyyoota miseensa BRICS waliin dameewwan garaagaraan tumsa diingdee qabdu cimsitee itti fufuuf kutannoon hojjechuuf qophii ta’uu…
Boba’aan seeraan ala liitirri kuma 5 fi 770 to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Qarsaatti boba'aan seeraan ala geejjibsiifamaa ture liitirri kuma 5fi 770 to'atame.
Boba'aan Birrii kuma 590 olitti…
Walga’iin Qindeessitoota BRICS 4ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2017 (FBC)-Walga’iin Qindeessitoota Olaanoo BRICS 4ffaan Raashiyaa Magaalaa Kaazaanitti gaggeeffamaa jira.
Walga’icharratti gareen Itiyoophiyaa Ministir Deetaa…
Fooyyessi imaammata diinagdee Gooroo kurmaana 1ffaatti raawwiin fooyya’aan akka galmaa’u…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) - Raawwiin Hojii kurmaana jalqabaa bara 2017 bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gamaaggamamuu eegaleera.
Fooyyessi…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Itti Aantuu Barreessituu Olaantuu DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itti Aantuu Barreessituu Olaantuu fi Itti Gaafatamtuu Dhimmoota ijaarsa nageenyaa fi Siyaasaa Dhaabbata…