Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Caffee Oromiyaaf beekamtiin kenname
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Caffeen Oromiyaa milkaa’ina kabajaa guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota 19ffaaf gumaacha olaanaa taasiseef Mana Maree Federeeshinirraa…
Hojiileen ce’umsa diijitaalaa guddina diinagdeef bu’uura kaa’an hojjetamuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Hojiileen ce’umsa diijitaalaa guddina diinagdee Itiyoophiyaaf bu’uura kaa’an hojjetamuu Ministeerri Innooveeshiniifi Teeknooloojii beeksise.…
Obbo Awwaluu Abdiin ijaarsa Buufata Konkolaataa Magaalaa Walisoo daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin buufata konkolaataa Qindaa'aa magaalaa Walisootti ijaaramaa jiru…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa tarkaanfii addaa misooma qamadii mekanayizeshinii qonnaan deeggaruuf…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Inisheetiivii misooma qamadii mekanayizeshinii qonnaan deeggaruuf hojjetaa jiraachuu Pireezidaantii Itti aanaan mootummaa…
Torbee feestivaalaa aadaa 16ffaan magaalaa eegalame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen torbee feestivaalaa aadaa 16ffaa guyyoota 3’f turu eegalchiisan.
"Aadaawwan keenya dirree…
Hinta’u kan jedhame ta’ee agarre; jireenya keenya boruufis abdii guddaa nuuf ta’e – Qonnaan Bultoota…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Qonnaan Bultoonni Kutaa Magaalaa Sulultaa Lafa midhaan hinbiqilchu jedhamee barootaaf ashuffee qofa magarsaa ture jallisii boneen qamadii misoomsuun…
Qondaaltota Humna Qilleensaaf sirni Gulantaa kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC)- Miseensota Humna Qilleensaa bara 2017 hojii isaaniin raawwii olaanaa galmeessan 697'f sirni gulantaa kennuu gaggeeffameera.
Ajajaa Olaanaan Humna…
Ministeerichi xaa’oon yeroon geejjibsiifamee xumuramuu akka qabu hubachiise
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii waqtiin Gannaa osoo hin seeniin xaa’oon gara biyya keessaatti geejjibsiifamuun qonnaan bulaaf raabsamuu akka…
FMC fi Yuunivarsiitiin Bulee Horaa waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii fi Yuunivarsiitiin Bulee Horaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalticha Hojii Raawwachiisaan…
Dhaloota aadaa isaa beeku horachuuf haaromsi aadaa barbaachisaa ta’uun himame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC)- Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Giddugala Aadaa Oromootti Aartistoota Oromoo waliin haaromsa aadaa irratti mari'achaa jiraachuun ibsameera.…