Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buna toonii miiliyoona 1 oomishuuf galma qabame milkeessineerra-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)-Haala ajaa’ibsiisaan Buna toonii miiliyoona 1 oomishuuf galma qabame milkeessuu dandeenyeerra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Itiyoophiyaa fi Moorookoon hariiroo Aadaa, seenaa fi amantaan qaban cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Moorookoon hariiroo Aadaa, seenaa fi amantaa biyyoota lamaan gidduu jiru caalmaatti cimsuuf waliigalaniiru.
Qindeessummaa Ministeera…
Itiyoophiyaa fi Riippaablikni Kooriyaa waliigaltee Piroojektii Doolaara miiliyoona 10 mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa fi Ejansiin Tumsa Idil Addunyaa Riippablika Kooriyaa waliigaltee Piroojektii Doolaara miiliyoona 10…
Yaa’iin Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaa Onkololeessa 5, 2017 eegalee Finfinneetti ni taa’aama
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Yaa’iin Ministiroota Raayyaa Ittisaa Afrikaa Onkololeessa 5 - 7,2017tti Magaalaa Finfinneetti kan taa’aamu ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksise.…
Fuuncaa Sonaa Sanyii fooyyessuuf hojiileen qorannoo gahee olaanaa qaba-Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Fuuncaa Sonaa Sanyii fooyyessuuf hojiileen qorannoo gahee olaanaa akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen dubbatan.
Waltajjiin…
Liibaanositti nageenya lammiileef xiyyeeffannaan kennamee hojjetamaa jira-MDhA
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Liibaanositti nageenyi lammiilee balaarra akka hinbuune xiyyeeffannaan duraa kennamee hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Dubbii…
Guyyoottan 10’n dhufan naannawaaleen waqtii rooba 2ffaa rooba akka argatan ibsame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Guyyoottan 10’n dhufan naannawaaleen waqtii rooba 2ffaa argatan, rooba salphaa hanga giddugaleessaa akka argatan Inistiitiyuutiin Raagaa Haalaa Qilleensaa…
Ingiliz Itiyoophiyaaf deeggarsa Paawundii miiliyoona 22.9 kan taasiistu ta’uu ibsite
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Mootummaan Ingiliz Itiyoophiyaatti nageenyaa fi misooma waareessuuf kan oolu Paawundii miiliyoona 22.9 deeggarsa kan taasiistu ta’uu beeksiste.…
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan dhimmoota hirmaannaa Diyaaspoorawwanii cimsanirrati mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Keeniyaan hirmaannaa Diyaaspoorawwanii guddisuu fi tumsa isaanii caalmaatti cimsuuf dhimmoota dandeessisanirrati mari’ataniiru.
Gareen…
Dureewwan GEA Pireezidaantii Haaraa Itiyoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Dureewwan Gamtaa Emereetota Arabaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaaseef ergaa baga gammaddanii fi hawwii gaarii dabarsaniiru.
Pireezidaantiin…