Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi Ajandaa walitti qabuu Afaaritti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)–Marii Biyyaalessaaf adeemsi ajandaa walitti qabuu Naannoo Afaaritti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Naannichatti Fulbaana 21, 2017 eegalee guyyoota…
Balaa Tiraafikaan Lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)–Naannoo Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Godina Daawuroo Aanaa loomaa Boosaatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2 darbuun ibsame.
Balichi konkolaataan…
Sirni baniinsa bara hojii manneen maree lamaanii har’a gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC)– Sirni baniinsa bara hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Mana Maree Federeeshinii har’a ni gaggeeffama.
Sirni baniisa bara hojii 4ffaa waggaa…
Kirikirri lafaa Finfinneetti mudate Gaara Fantaalleetti kirkira lafaa mudaterraan kan…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Kirikirri lafaa Magaalaa Finfinneetti mudate dambalii kirkira lafaa Gaara Fantaalleetti mudaterraan kan uumame ta'uun ibsameera.
Yuunivarsiitii…
Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa Hojiilee misoomaa dhaabbilee hedduuf fakkeenya ta’uu hojjechaa jira…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa ergama biyyaalessaa qabuttun cinaatti Hojiilee misomaa dhaabbilee hedduuf fakkeenya ta’uu hojjechaa jiraachuun ibsame.…
Ajajichi humna raawwachiisummaa hoggantootaa cimsaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Daalool dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa cimsaa jiraachuun ibsame.
Ajajichi loltoota leenji gahumsa…
Godinichi Buna toonii kuma 200 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Godina Jimmaatti Buna toonii kuma 200 gabaa giddugalaaf dhiheessuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuun ibsame.
Qulqulina bunaa eegsisuun haala danda'amu…
Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee duudhaasaa eeggatee xumurameera-A/G Goobana Hoolaa
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)- Ayyaanni Irreecha Hora Harsadee Magaalaa Bishooftuutti karaa duudhaasaa eeggatee fi haala hoo’aa ta’een kabajamee xumuramuu Abbaan Gadaa Tuulaamaa Goobana…
Irreechi Hora Harsadee karaa duudhaasaa eeggateen kabajamee xumurameera-Poolisii
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Ayyaanni Irreechaa Hora Harsadee, namoonni kuma Kitilaan lakkaa’aman irratti hirmaatan karaa duudhaasaa eeggateen kabajamee xumuramuu Komishinii Poolisii…
Irreechi Hora Finfinnee fi harsadee milkiin xumuramuun guddummaa Oromoo kan mul’isedha-Pir.…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2017 (FBC)-Irreechi Hora Finfinneefi Hora Arsadee milkiin xumuramuun guddummaa Oromoo roga hundaan kan mul'iseedha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…