Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuuniversiitiin Goondar barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 ol eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Yuuniversiitiin Goondar barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture kuma 2 fi 593 eebbisiiseera.
Eebbifamtoonni kunneen sagantaa idilee, gannaa fi…
Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee bara 2017 mata duree ‘Irreecha keenya, haaromsa Aadaa Keenyaaf’ jedhuun kabajamaa jira.
Abbootiin Gadaa, Haadholiin…
Abbootiin Gadaa, Abbaan Malkaa, Abbaan Muudaafi Haadholiin Siinqee malkaa bu’uuf Mijuu…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee bara 2017 sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Irreechi bara kanaa mata duree 'Irreechaa keenya haaromsa Aadaa…
Daandiin Qilleensichaa balallii gara Beeruutii fi Teel Aviivitti taasiisu adda kute
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii gara Beeruutii fi Teel Aviivitti taasiisu yeroof adda kutuu beeksise.
Haala waqtaawaa yeroo ammaa hordofee…
Baga Ayyaana Irreechaa nagaan geessan – Pir. Saahilawarq
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsan.
Ummanni Oromoo hundi baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 nagaan…
Irreechi ayyaana waloomaa fi tokkummaa cimsuuf humna qabuudha-M/N/Amaaraa
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Irreechi ayyaana waloomaa fi tokkummaa cimsuuf humna qabuudha jechuun Mootummaan Naannoo Amaaraa ibse.
Mootummaan Naannichaa Irreecha ilaalchisuun…
Tokkummaa sabdaneessummaa fi duudhaa waloo baroota ce’uun har’a gahan caalmaatti cimuu qabu –…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Somaalee erga baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarseera.
Tokkummaa sabdaneessummaa fi duudhaa waloon baroota ce’uun har’a gahan…
Irreechi mallattoo araaraa fi galataati – Awwal Aarbaa
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan erga baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsan.
Irreechi mallattoo araaraa fi galataati ta’uu…
Jala bultii ayyaana Irreecha hora Finfinnee
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Kabaja ayyaana Irreechaa Hora Fnfinneef haawasni godinaalee Oromiyaa garagaraarraa walitti babba’uun qophii taasisaa jiru.
Karra Finfinnee Shananittuu…
Shaggar Magaalaa aadaan bade keessatti deebi’u akka ta’uuf hojjetamaa jira-Dooktar…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Magaalaa Shaggar magaalaa aadaan bade keessatti deebi'u akka ta'uuf hojjetamaa jiraachuu Kantiibaan Magaalattii Dooktar Tashoomaa Addunyaan ibsan.…