Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tokkummaa sabdaneessummaa fi duudhaa waloo baroota ce’uun har’a gahan caalmaatti cimuu qabu –…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Somaalee erga baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarseera.
Tokkummaa sabdaneessummaa fi duudhaa waloon baroota ce’uun har’a gahan…
Irreechi mallattoo araaraa fi galataati – Awwal Aarbaa
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan erga baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarsan.
Irreechi mallattoo araaraa fi galataati ta’uu…
Jala bultii ayyaana Irreecha hora Finfinnee
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Kabaja ayyaana Irreechaa Hora Fnfinneef haawasni godinaalee Oromiyaa garagaraarraa walitti babba’uun qophii taasisaa jiru.
Karra Finfinnee Shananittuu…
Shaggar Magaalaa aadaan bade keessatti deebi’u akka ta’uuf hojjetamaa jira-Dooktar…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Magaalaa Shaggar magaalaa aadaan bade keessatti deebi'u akka ta'uuf hojjetamaa jiraachuu Kantiibaan Magaalattii Dooktar Tashoomaa Addunyaan ibsan.…
Aadde Sa’adaa Abdurraahamaan Aanaa Waacaaleetti sochii gurmaa’insa Gandaa daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)-Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan Godina Shawaa Kaabaa Gandoota Aanaa Waacaaleetti sochii gurmaa'insa gandaa fi raawwii isaanii…
Irreechi utubaa sirna gadaa, ayyaana galataa, tokkummaa, nageenyaa, fakkeenya araaraa fi dhiifamaati…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ergaa baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 geessanii dabarsaniiru.
Irreechi utubaa sirna gadaa,…
Irreechi duudhaa jaalalaa, araaraa fi tokkummaati – Obbo Ashaadilii Hasan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan ergaa ayyaana Irreechaa bara 2017 dabarsan.
Irreechi Duudhaa jaalalaa, araaraa fi…
Irreechi calaqqee jaalalaa, araaraa fi tokkummaati- Aadde Alamituu Umood
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umood ergaa baga geessanii ayyaana Irreechaa bara 2017 dabarsan.
Irreechi calaqqee jaalalaa,…
Sirni baniinsa bara hojii manneen maree lamaanii Wiixata dhufu gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Sirni baniinsa bara hojii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Federeeshinii Wiixata dhufu gaggeeffama.
Sirni baniisa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa…
Irreecha kunuunsuun dhalootatti dabarsuun gahee hundaati-Obbo Xilaahuun Kabbadaa
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Ayyaana Irreechaa kunuunsuun duudhaa fi sonaa isaa tursiisuun dhalootaaf ceesisuun itti gaafatama hunda keenyaati jedhan Pireezidaantiin Naannoo Kibba…