Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Irreechi mallattoo tokkummaa, obbolummaa, madda Gammachuu fi Araarati – Obbo Dastaa Leeddaamoo
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon ergaa baga Irreecha bara 2017 geessanii dabarsan.
Irreechi mallattoo tokkummaa,…
Irreechi wiirtuu tokkummaaf obbolummaa, calaqqee heddummina keenyaati – Kaffaaloo Tafarraa
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Kaffaaloo Tafarraan ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.…
Irreechi duudhaa nageenyaa gabbisuuf faayidaa olaanaa qaba – Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoo
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoon ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Mootummaan Naannoo Hararii ergaa baga Ayyaana Irreechaatiin isin gahee dabarse
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)-Mootummaan Naannoo Hararii Irreechaa ilaalchisuun ergaa baga Ayyaana Irreechaatiin isin gahee dabarseera.
Ergaa isaan Ummata Oromoo biratti bifa…
Irreechi araara; araara Waaqatu jaalata – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Irreechi araara; araara Waaqatu…
Hirmaattota Irreechaaf konkolaattonni geejjiba ummataa kumni 1 fi 457 qophaa’uun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Hirmaattota Irreecha Hora finfinnee fi Harsadeef konkolaattonni geejjiba ummataa kumni 1 fi 457 qophaa’uun ibsame
Ministitti ministeeraa geejjibaa fi…
Irreechi utubaa sirna Gadaa, mallattoo galateeffannaa, nageenyaa fi obbolummaati – Aadde Adaanech…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Irreechi utubaa sirna Gadaa, mallattoo galateeffannaa, nageenyaa fi obbolummaati jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Fooramii…
Guddummaa keenya Addunyaatti mul’isuu qabna-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan “Baga Ayyaana Irreechaa Bara 2017 Nagaan Geessan” jechuun ergaa dabarsan.
Ergaa isaaniin…
Mootummaan jijjiiramaa cabiinsa seenaa sirreessuuf waggaa 6 dura Irreecha Hora Finfinnee murteesse –…
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Fooramiin Irreechaa 6ffaan mata duree "Irreecha keenya Haaromsa Aadaa keenyaaf" jedhuun gaggeeffamaa.
Mootummaan jijjiiramaa cabiinsa seenaa…
Finfinneetti har’aa eegalee hanga Wiixata Ganamaatti sosochiin Geejjiba Doqdoqqee dhorkame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun har’a guyyaa sa’aatii 6:00 eegalee hanga Wiixata ganamaatti sosochiin Geejjiba Doqdoqqee…