Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Girmaan Ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)-Ministirri Ministeera Qonna Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Ambaasaaddar Erviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru.…
‘Simboo Faanaa’ Badhaasa Tuuriizimii injifate
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)-Sirna cufiinsa Torbee Tuuriizimi Oromiyaa gaggeeffamerratti damee Sagantaa Miidiyaatiin Sagantaan ‘Simboo Faanaa’ badhaasa Tuuriizimii injifateera.…
Koreen Biyyaalessaa qindoomina ministiroota BRICS walga’ii idilee 3ffaa gaggeesse
Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC)- Koreen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Qindoomina Ministiroota BRICS walga’ii idilee 3ffaa gaggeesseera.
Walga’ichaan tarsiimoo hirmaannaa Itiyoophiyaa,…
Yemenirraa gara Jibuutii utuu imalanii lammiileen lubbuun darban Itiyoophiyaanota ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Kibxata Darbee Yemenirraa gara Jibuutii utuu imalanii lammiileen lubbuun darban hundi Itiyoophiyaanota ta’uun mirkanaa’e.
Fulbaana 21, 2017 Bidiruuwwan…
Shaggar carraalee damee tuuriizimiif oolan hedduu qabdi-Dooktar Tashoomaa Addunyaa
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Torban Turizimii Oromiyaa marsaa 4ffaan mata duree "Mul'ata Magaalaa Shaggar Dhugoomsuuf Qophaa'ummaa, Tooftaalee fi Carraalee Jiran" jedhuun…
Sirni Axaarrii gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)-Sirni Axaarrii Malkaa harsadee Bishooftuutti gaggeeffame.
Sirnicharratti Abbaa Malkaa, Abbootii Gadaa, Haawwan Sinqee, Hayyoota, foolleewwaanii fi…
Safuu fi Falasamaa Irreechaa
Oromoon waggoota dheeraa dura irreecha akka jalqabe hayyoonni ni dubbatu.
Ayyaanni Galateeffannaa fi Waaqeffannaa Irreechi Oromoo falaasaama fi ilaalcha Oromoon addunyaa kana keessatti…
Komishinarri Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee Abbootii Gadaa…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel kabaja ayyaana Irreecha Hora Finfinnee ilaalchisee Abbootii Gadaa fi…
Komishinichi Walitti Qabaa Gamtaa Yuunivarsitoota Mootummaa waliin mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa Walitti Qabaa Gamtaa Yuunivarsitootaa Mootummaa fi Pireezidaantii Yuunivarsitii Finfinnee Dooktar Saamu’eel Kifilee waliin…
Malaammaltummaan yakka qofa osoo hin taane gochaa daraan qaanessaadha – Obbo Tamasgeen Xirunaa
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) –Komishiniin Namuusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa hojmaata diijitaalaa Eeruun yakka malaammatummaa itti kennamu hojii eegalchiiseera.…