Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirofeessar Birhaanuu Naggaan Gargaartuu Daayrektara Jeneraalaa Damee Barnootaa UNESCO waliin…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan Gargaartuu Daayrektara Jeneraala Damee Barnootaa UNESCO Isteefiniyaa Jaaniinii waliin…
Pireezidaantiin Jibuutii fi kan Burrundii Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa'eel Umar Giillee fi kan Burrundii Ivaariistii Daay Shiimeeey Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti…
Giiftii Dureen Biraazil Giddugalaa Nyaataa Tasfaa Birhaan daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Giiftii Dureen Biraazil Jaanjaa Lulaa Daa Silvaan giddugala Nyaataa Tasfa Birhaan daawwataniiru.
Akkasumas Mana barnoota Sadarkaa 1ffaa…
Dooktar Abiy fi Pireezidaantiin Biraaziil Biqiltuu Bunaa Dhaaban
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Pireezidaantiin Biraaziil Liwiiz Inaachiyoo Luulaa Daa Siilvaan Paarkii Tokkummaa keessa Biqiltuu…
Buusaa Gonofaan Duudhaa Oromoon Rakkoo Uumamaa fi Namtolchee Ittiin Qolatudha-BKO
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)-Buusaa Gonofaan Duudhaa Oromoon Rakkoo Uumamaafi Namtolchee Ittiin Qolatudha jedhe Biiroon Kominikeshinii Oromiyaa
Biirichi Ibsa…
Oromiyaatti Lafti kaaree meetirri miiliyoonni 1 fi kumni 300 ol baankii lafaatti deebifame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Yakka malaammaltummaan walqabate Naannoo Oromiyaatti lafti kaaree meetirri miiliyoonni 1 fi kumni 300 ol baankii lafaatti deebifamuu Koreen Farra…
Baatiiwwan 6’n darban daandiiwwan kiiloo meetirri kuma 3 fi 800 ol suphameera-Biiricha
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Oromiyaatti, ji'oottan jahan darban daandiiwwan kiilomeetirri kuma 3 fi 860 suphamuu Biiroo Daandii fi Loojistiksii Oromiyaa ibseera.
…
Yaa’ii Gamtaa Afrikaa haala Guddina dippiloomaasii Itiyoophiyaa madaaluun keessummeessuuf qophiin…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaa haalaa guddina dippiloomaasii fi giddugala dippilomaasii ta’uu Itiyoophiyaa argisiisuun keessummeessuuf…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 20 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) – Magaalaa Adaamaatti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 20 olitti tilmaamamu to’atameera.
Moobaayiloonni kumni 1 fi 190 fi Baatiriin…
Pireezidaantiin Somaaliyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammad Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaarratti hirmaachuuf Finifnnee galaniiru.
Pireezidaanti Hasan…