Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yoo waltaanee hojjenne Itiyoophiyaa badhaate ilmaan keenya akka dhaalchifnu shakkii hin qabu-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Yoo waltaanee hojjenne Itiyoophiyaa badhaate ilmaan keenya akka dhaalchifnu shakkii hin qabu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Pireezidaanti Shimallis Abdisaan Sochii carraa hojii uumuu Dargaggoota daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Wallagga Lixaatti Sochii Carraa Hojii Uumuu dargaggootaa daawwataniiru.…
Fiigicha daandiirraa guyyaa borii gaggeeffamuun daandileen cufaman ifooman
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Fiigicha daandiirraa kiiloo meetira 10 guyyaa borii Finfinneetti gaggeeffamuun daandiilee Cufaman Poolisiin magaalaa Finfinnee ifoomseera.
Fiigichi…
Inistiityuutichi waggaan Talaallii Beelladootaa Doozii miiliyoona 300 oomishaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) –Inistiityuutiin Eegumsa Fayyaa Beelladoota Biyyaalessaa waggaan Talaallii Beelladootaa Doozii miiliyoona 300 oomishaa jiraachuu ibse
Inistiityuutichi…
Yaa’iin Idilee Federeeshinii Dargaggoota Oromiyaa 3ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Yaa'iin Idilee Federeeshinii Dargaggoota Oromiyaa 3ffaan magaalaa Adaamaatti taa'amaa jira.
Yaa’icharratti Af-Yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa…
Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyophiyaa qondaaltoota Poolisii leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Yuunivarsiitiin Poolisii Itiyophiyaa bakka Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen argamanitti qondaaltoota Poolisii leenjisaa ture eebbisiiseera.…
Waldaan Misooma Oromiyaa Dameen Jibuutii Yaa’ii walii galaa gaggeesse
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa Dameen Jibuutii Yaa'ii walii galaa galma Hawaasa Jibuutiitti gaggeesseera.
Yaa'icharratti Jibuutiitti Ambaasaaddarri…
Ambaasaaddar Taayyeen jila Paarlaamaa Xaaliyaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen jila Paarlaamaa Xaaliyaanii waliin mari'ataniiru.
Jila Seeneetii Xaaliyaanitti…
Feestivaalli Shanan Afrikaa baname
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)- Feestivaalli Shanan Afrikaa Finfinneetti banameera.
Feestivaalicha Ministirri Ministeera Tuuriizimii fi Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii…
Godina Arsiitti pirojektoonni Birrii Miiliyoona 24.5’n ijaaramaa turan eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Xiyyootti pirojektonni fayyadamummaa Hawaasaa mirkaneessan 14 Birrii miiliyoona 24.5’n ijaarama aturaan eebbifamaniiru.…