Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kennaa uumamaa qabnu gara misoomaatti jijjiiruun hiyyummaa keessaa ba’uuf hojjetamuu qaba – Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Kennaa uumamaa qabnu gara misoomaatti jijjiiruun hiyyummaa keessaa ba’uuf hojjetamuu qaba jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee…
Gaaffilee ummataaf deebii gahaa kennuun egeree fooyya’aa uumuuf kutannoon hojjetama-Dooktar Iyyoob…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Gaaffilee ummataarraa ka’aniif deebii gahaa kennuun egeree fooyya’aa uumuuf mootummaan kutannoon hojjechaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera…
Lallabni Gumii Bokkoo Eegalame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Walharkaa fuudhiinsa Baallii Gadaa Harmuufaa Irraa Gara Gadaa Roobalee qaxxaamuruuf Lallabni Gumii Bokkoo eegalame.
Baalli Gujii Marsaa…
Dhaloota idaa utuu hintaane biyya mijattuu dhaalchisuuf hunduu gahee isaa bahachuu qaba-Aadde…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Dhaloota, idaa utuu hintaane biyya mijattuu dhaalchisuuf adeemsa taasifamu keessatti hunduu gahee isaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Ministeera…
Dhimma ummataarratti ummata waliin hojjechuun badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf kutannoon ni hojjetama…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Dhimma ummataarratti ummata waliin hojjechuun badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf kutannoon ni hojjetama jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo…
Seenessa qeenxee cinaatti dhiisuun seenessa waloo cichoomsuuf hojjechuun murteessadha – Obbo…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Seenessa qeenxee cinaatti dhiisuun seenessa waloo cichoomsuuf hojjechuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad…
Hawaasaa Magaalaa Asoosaa waliin mari’atame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Marii hawaasaa Magaalaa Asoosaatti gaggeeffameerratti hirmaataniiru.
…
Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen gita isaanii Zimbaabuwee waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Alaa Zimbaabuwee Ambaasaaddar Feediriik Eemshaavaa waliin dhimmoota…
Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee tumsaa mallatteessaniiru.
Waliigaltichas Walga’ii 44ffaa Ministiroota Dhimma Alaa Gamtaa Afrikaa…
Walaayittaa Sooddoo fi Diillaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Walaayittaa Sooddoo fi Diillaatti mariin ummataa gaggeeffamaa jira.
Mariin kun mata duree “Obbolummaa…