Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen waraanaa yakka Shororkeessummaaf ooluuf ture to’atame
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) - Meeshaaleen waraanaa yakka Shororkeessummaaf ooluuf ture to'atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Shakkamaan kun garee Shanee waliin ta'uun ergama…
Komishinar Dammallash Gargaraa Barreessaa olaanaa DhMG waliin mar’atan
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) - Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallash Gabramikaa'eel Gargaraa Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Dooktar…
Dooktar Abiy miseensota mana marichaaf boru ibsaa fi deebii kennu
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaataniif boru ibsaa fi deebii ni kennu.
Manni…
Dooktar Abiy Ministira Muummee Kanaadaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Ministrri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii…
Kilaba Magaalaa Walqixxeef galiin Birrii miiliyoonni 43 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Kilaba Kubbaa Miilaa Magaalaa Walqixxeef galiin Birriin miiliyoonni 42 walitti qabamuu ibsameera.
Sagantaan kilabichaaf galii walitti qabuu Magaalaa…
Waltajjiin Marii Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Waltajjiin Marii Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa tumsa waloo damee fayyaa cimsuurratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Komishinii…
Godambaan Injifannoon Adwaa tokkummaa keenya kan ittiin cimsinuudha-Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Godambaan Injifannoon Adwaa seenaa waloo keenyaa leellisuun tokkummaa keenyaa kan ittiin cimsinuudha jechuun Afyaa’iim mana maree bakka bu’oota ummataa…
Naannichatti oomishni Bunaa kuntaalli miiliyoonni 11 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara 2016 oomishni Bunaa kuntaalli miiliyoonni 11 fi kumni 820 ol walitti qabamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiseera.
Oomisha…
Shakkamtoonni Buna Kuntaala 260 ol seeraan ala gurguruuf socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni Buna Kuntaala 260 ol seeraan ala Kuusanii gurguraaf socho’aa turan to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Shakkamtoonni…
Dooktar Abiy du’aan boqochuu Pireezidaantii Naamiibiyaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad du'aan boqochuu Pireezidaantii Naamiibiyaa Hagee Geengoobiif gaddi itti dhaga'amuu ibsan.
Pireezidaantiin…