Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooyyessi Imaammata Diinagdee Gooroo Invastimantii kallattii hawwachuuf haala mijataa uumeera…
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) – Fooyyessi Imaammata Diinagdee Gooroo Itiyoophiyaan taasiifte Invastimantii kallattii hawwachuuf haala mijataa uumuu Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa…
Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Arsiitti hojiiee misoomaa daawwachaa jira
Finfinnee, Hagayya 10, 2016(FBC)-Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Arsiitti hojiilee misooma daawwachaa jira.
Jilichi Godinicha Aanaa…
Duula Guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 haa dhaabnu-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) - Hagayya 17, 2016 Duula dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuun Ashaaraa keenya haa keenyu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Milkaa’ina hojiilee misoomaa naannichaaf gumaachi Raayyaa Ittisaa olaanaadha-Obbo Musxafee Mahaammad
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC)- Milkaa’ina hojiilee misoomaa Naannoo Somaaleetti gaggeeffamaa jiraniif gumaachi Raayyaa Ittisaa olaanaa ta’uu Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Musxafee…
Godinichatti inisheetivii qonnaa boloqqee al-ergii, qamadii fi horsiisa looniin hojiilee…
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC)- Godina Arisii Lixaatti inisheetivii qonnaa boloqqee al-ergii, qamadii fi horsiisa looniin hojiilee jajjabeessan hojjetamuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Harariitti gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC)- Qindeessummaa Komishinii Marii biyyaalessaan waltajjiin ajandaa walitti qabuu Naannoo Harariitti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Waltajjichi Hagayya 4,…
Tokkummaa ilaalchaa fi gochaa cimsuun imala badhaadhinaa naannichaa itti fufsiisna – Obbo…
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC) –Tokkummaa ilaalchaa fi gochaa cimsuun imala badhaadhinaa naannoo Hararii itti fufsiisuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Itti Gaafatamaan Waajjira…
DhGGL Jimmaatti Birrii miiliyoona 35’n hojii tola ooltummaa eegalchiise
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC)- Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Magaalaa Jimmaatti Birrii miiliyoona 35’n hojii tola ooltummaa eegalchiiseera.
Tajaajilichaan mana barnootaa…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Dodolaatti Kilaastara Qamadii Buusaa…
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Dodolaatti Kilaastara Qamadii Buusaa Gonofaan misoome…
Lakkoofsa Saamuda Qonnaaf filannoon humna namaa teeknooloojiin deeggaramee bu’aa qabeessa ta’uun…
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC)- Lakkoofsa saamuda qonnaaf adeemsi filannoo humna namaa teeknooloojiin deeggaramee bu’aa qabeessa ta’uun eerame.
Lakkoofsa saamuda qonnaaf sadarkaan…