Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mata dure “Adwaa Ijaarsa Mootummaa Cimaaf” jedhuun fooramiin sosochii biyyaalessaa eegale
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Mata dure “Adwaa Ijaarsa Mootummaa Cimaaf” jedhuun fooramiin sosochii biyyaalessaa Dhaabbilee Barnootaa Olaanootti eegaluu Ministeerri Nageenyaa beeksise.…
Hojmaataa fi Naamusa Mana Marichaa fooyyessuuf hojjetamaa jira-MMBU
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)–Hojmaataa fi Namuusa miseensoota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fooyyessuuf hojjetama jiraachuun ibsameera.
Gabaasni fooyyeessa dambii hojimataa fi…
Xiyyaara Imaltootaarra miidhaa salphaan qaqqabuu Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Maqalee, Buufataa Xiyyaaraa Aluulaa Abbaa Naggaatti xiyyaara Imaltootaarra miidhaan salphaan qaqqabuu Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise.
Miidhaa…
Duulli misooma Sululaa Godina Shawaa Bahaatti eegalee
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Duulli misooma sululaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Ada'aattis eegaleera.
Duulichas Sadarkaa Pireezidaantii Ittaanaatti Qindeessaan Kilaastara Baadiyyaa…
Dhaabbileen misoomaa Mootummaa bu’a qabeessummaa irratti fuulefachuu qabu-Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Dhaabbileen misoomaa Mootummaa galii maddisiisuu, baasii fi qisaasama hir'isuun bu'a qabeessummaarratti fuuleffachuun hojjechuu akka qaban Pireezidaantiin…
Dooktar Abrahaam Balaay jila Miseensota Koree Dhimmootaa Raayyaa Ittisaa Paarlamaa Faransaay waliin…
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay jila Miseensota Koree Dhimmoota Raayyaa Ittisa Biyyaa Paarlaamaa Faransaay waliin…
Itiyoophiyaa fi Siwiizarlaandi hariiroo isaanii sadarkaa olaanaatti ceesisuuf hojjechaa jiraachuun…
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)–Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Siwiizarlaandi Ignaasiyoo Kaakis waliin mari’ataniiru.…
Godinichatti Misooma Sululaan lafa hektaara kuma 156 olirratti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Godina Wallaggaa Bahaatti, hojiin misooma sululaa lafa heektaraa kuma 156 olirratti kan hojjetamu ta’uun ibsame.
Duulli hojiilee Misooma Sululaa kan Bara…
Aadde Adaanech Abbootii Amantaa fi jirattoota magaalicha waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaanni Cuuphaa duudhaa isaa eeggate akka kabajamuuf abbootii amantaa fi jirattoota…
Oromiyaatti Guyyaan Horsiisee Bultootaa Amajjii 14 Adaamaatti kabajama
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti guyyaan horsiisee bultootaa Amajjii 14, 2016 Magaalaa Adaamaatti akka kabajamuu Biiroon Misooma Jallisiii fi Horsiisee Bultootaa Oromiyaa…