Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ministira Muummee Singaappoor galateeffatan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa hoo'aa Ministirri Muummee Singaappoor Lawurensi Woongi taasisaniif galateeffataniiru.
Dooktar Abiy…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Singaappoor waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Singaappoor Taarmaan Shimugaartanam waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Hidhi Haaromsaa sa’aatii Giigaa Waattii kuma 2 fi 700 maddisiisuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa baatiiwwan 10’n darban humna elektirikii sa’aatii Giigaa Waattii kuma 2 fi 700 maddisiisuun ibsame.
Hidhichi…
Yakkamaan Abbaa, Haadhaa fi Eessummaa ajjeessuun obboleessa madeessuun himatame adabbiin du’aa itti…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Godina Koonsotti Yakkamaan Abbaa, Haadhaa fi Eessummaa ajjeessun obboleessa ammoo madeessuun himatame adabbiin du’aa itti murtaa’eera.
Yakkamaan kun…
Obbo Awwal Aarbaan Tajaajila Kenna Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisaan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naanoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan sagantaa Tajaajila Kenna Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiisaaniiru.
Magaalaa Loogiyaatti manneen harka…
Qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 boru kennamuu eegala – Biiroo Barnootaa Oromiyaa
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Oromiyaatti qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 guyyaa boruu eegalee kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeskiseera.
Qormaanni kun Oromiyaatti…
Dargaggoota dinaagdeen of danda’aan harochuuf hojjetamaa jira – BDIO
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Dargaggoota dinaagdeen of danda'aan harochuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Bargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa beeksiseera.
Magaalaa Asallaa fi Godina…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Yuunivarsiitii Kuwaataar waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee Yuunivarsiitii Kuwaataar waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Pireezidaantiiin Yuunivarsiitii finfinnee Dooktar…
Dhaabbileen Diimookiraasii karaa bilisaa fi walaba ta’een itti gaafatamummaa isaanii ba’uu qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Dhaabbileen Diimookiraasii karaa bilisaa fi walaba ta’een itti gaafatamummaa isaanii ba’uu akka qaban Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo…
Booranatti Pirojektoonni Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 452’n eegalchiifaman
Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC)- Godina Booranaa aanaalee torbatti pirojektoonnii Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 452’n ijaaraman eegalchiifaman.
Pirojketoonni kunneen baajata…