Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mandarri Ikkoo Tuurizimii Wancii-Dandii turizimii itti fufiinsa qabu misoomsuuf kan…
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Mandarri ikkoo tuuriizimii Wancii-Dandii turizimii itti fufiinsa qabu misoomsuu, bareedina umamaa fi qabeenya aadaa kunuunsuun dhalootaf dabarsuuf kan…
Duulli Misooma sululaa Amajjii 9 eegala
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Duulli hojii misooma suluulaa guyyoota 60'f turu Amajjii 9, 2016 akka eegalu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Duulli hojii Eegumsa Biyyeefi Bishaanii…
Pirojektiin Wancii-Dandii har’a eebbifama
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Pirojektiin Ikkoo Tuurizimii Wancii Dandii har'a eebbifama.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektoota sagantaa "Maaddii Biyyaaf" jedhuun…
Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa simatan
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jila Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammati Mandara ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandiitti…
Hojjettoonni Faanaa Biroodkaastingi Koorporeet Agarsiisaa “Torbee Dippilomaasii” daawwatan
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Hojjettoonni Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet agarsiisa “Torbee Dippilomaasii” Godambaa Saayinsiitti qophaa’e daawwatan.
Dabalataa hirmaattoonni…
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen Bakka Bu’aa UNICEF waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Bakka Bu’aa Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii (UNICEF ) Dooktar Abubakar Kampoon…
Misooma Humna namaa Aviyeeshinii irraatti hojjechuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Misoomaa Humna namaa Aviyeeshinii irratti hojjechuuf Giruupiin Daandii Qilleensaa Itiyoophiya, Abbaa Taayyitaa Aviyeeshinii, Ministeera Hojii fi Ogummaa,…
Riqicha lafa lafarraa baqate walitti hidhee nama walargisiise
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)-Ijaarsi Pirojektii Manadara Ikkoo Tuuriizimii Wancii-Dandii carraa hojii lammiilee hedduuf uumetti dabalataan fayadamtoota carraa bu’uuraalee misoomaa fi…
Dhaabbileen Daawwachiistotaa fi Imalaa Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa biyya daawwachiisuuf qophii…
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanonni dhaaloota 2ffaa biyya alaa jiraatan biyya isaanii akka beekaniif tattaaffii taasifamuuf itti gaafatama isaanii bahachuuf qophii ta’uu…
Jilli hoggantoota godinaalee 6 hojiilee misoomaa Shawaa Bahaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 3, 2016 (FBC)- Jilli itti gaafatamtootaa Godinalee Oromiyaa 6 irraa waliitti babba'e hojiiwwan misoomaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumee daawwwateera.
Jillichi hojiilee…