Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa walga’ii Ministirootaa 21ffaa gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa Yaa’ii waggaa Baankii Misooma Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiru cinaatti walga’ii Ministirootaa 21ffaa…
Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sagantaa Tola Ooltummaa Gannaa eegalchiise
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sagantaa Tola Ooltummaa Gannaa magaalaa Hoosaa’inaatti eegalchiiseera.
Itti Aanaan Pireezidaantii…
Obbo Tamasgeen Xirunaan argisiisaa ijaarsaa idil addunyaa Finfinneetti qophaa’e banan
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xirunaan agarsiisaa fi Siimpoziiyeemii ijaarsaa idil addunyaa ‘Biig 5 konistraaktii Itiyoophiya 2024’…
Aadde Adaanech manneen jireenyaa 140 qaama miidhamtootaafi harka qalleeyyiif ijaaraman dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen manneen jireenyaa 140 qaama miidhamtootaafi harka qalleeyyiif ijaaraman dabarsaniiru.…
Sagantaan sosochii ‘Magaalota Qulqulluu ol ka’iinsa Itiyoophiyaaf’ jedhu magaalaa Hawaasaatti eegale
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Sagantaan sosochii ‘Magaalota Qulqulluu ol ka’iinsa Itiyoophiyaaf’ jedhu har'a magaalaa Hawaasaatti eegaleera.
Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo…
Bakka buutoonni kutaalee Hawaasaa yaada ajandaa walitti qabuurratti mari’ataa jiru
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Boqonnaan marii jalqabaa Maree Biyyaalessaa Magaalaa Finfinnee oolmaa isaa guyyaa 2ffaan itti fufeera.
Bakka buutoonni kutaalee hawaasaa gareen…
Lammiileen Itiyoophiyaa kumni 1 fi 174 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 174 har'a balallii marsaa sadiin gara biyyaa deebi'aniiru.
Ebla 4,…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa hidhannoo Ispoortii Biraandii haaraa ifoomse
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Dhaabbata oomisha hidhannoo Ispoortii Turkii waliin ta'uun Uffannaa Biraandii haaraa ifoomseera.
Dhaabbaticha…
Ambaasaaddar Misgaanuun Ittaanaa Ministira Dhimma AlaaTurkii waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan durfamu Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Turkii Burhaanetiin Duraan waliin…
Moosaajiin Itiyoophiyaanoonni Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddichaaf deeggarsa daangaa hin qabne itti…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Moosaajiin Itiyoophiyaanoonni Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaaf deeggarsa daangaa hin qabne itti taasiisuu…