Browsing Category
Ispoortii
Maanchister Sitiin Manchester Yunaayitidiin injifate
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)-Darbii Maanchisteriin, Maanchister Sitiin Maanchister Yunaayitidiin 3 fi 1'n injifateera.
Kilaboonni masaanuu lameen yeroo 192ffaaf walitti dhufuun…
Itiyoophiyaan fiigicha meetira Kuma 1 fi 500 Dubartootaan Warqee argatte
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Mana Keessaa Gilaasgowutti gaggeeffameen fiigicha meetira kuma 1 fi 500 Dubartootaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee…
Shaampiyoona mana Keessaa Addunyaa 19ffaa Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumurte
Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC) – Fiigicha Shaampiyoona mana Keessaa Addunyaa 19ffaa Iskootilaanda Gilaasgootti gaggeeffamaa ture Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaan xumurte.…
Imala Masaanummaa waggoota 133 lakkoofsise
Finfinnee, Guraandhala 24, 2016 (FBC)- Masaanuu Maanchuriyaani 192ffaa kilaboonni lamaan waggoota 133 dura tapha jalqabaa waliin taasisan.
Tapha kana Maanchistar Yuunaayitid galchii 5 fi…
Fiigicha gulaallii Shaampiyoona mana keessaan eda gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa marsaa…
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) –Fiigicha gulaallii Shaampiyoona Addunyaa mana keessaa 19ffaa Gilaasgoositti halkan edaa gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu…
Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan taphni Maanchiister Siitiin Maanchiister Yuunaayitiid…
Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan taphni Maanchiister Siitiin Maanchiister Yuunaayitiid waliin taasiisan ni eegama
Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer…
Fiigicha Shaampiyoona mana keessaan Atileetoonni Itiyoophiyaa marsaa itti aanuuf darban
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Fiigicha Shaampiyoona Addunyaa mana keessaa Gilaasgoositti dorgomamaa jiruun Atileetoonni Itiyoophiyaa gulaallii fageenya meetira 800 marsaa itti…
Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaarratti Atleetonni Itiyoophiyaa 149 ni hirmaatu
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC)- Taphoota guutuu Afrikaa 13ffaa Gaanaa Akiraatti gaggeeffamurratti Atileetonni Itiyoophiyaa 149 kan hirmaatan ta’uu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii…
Pool Poogbaan waggoota afuriif tapha Kubbaa miilaarraa dhorkame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu duraan Maanchiisteer Yuunaayitiid Pool Poogbaan dawaa si’eessituu fayyadamee argamuu isaan waggoota afuriif tapha kubbaa…
Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa gara Gilaasgoowuttii imale
Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)- Gareen Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Mana Keessa Idil Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuuf gara Gilaasgoowutti imaleera.…