Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaa Addunyaa mana keessaa Iskootilaanditti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa 14…
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC) – Fiigicha mana keessaa Addunyaa Iskootilaanditti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa14 fageenya garaagaraa kan hirmaatan ta’uu ibsameera.…
Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Arsenaal Niwuukaastiil waliin taphatu ni…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC) - Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 26ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphoonni 4…
Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa 6ffaan Dilbata dhufu ni eegala
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC) – Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa 6ffaan Dilbata dhufu Tuniiziyaa magaalaa Hamaamaatiitti kan eegalu ta’uu ibsameera.
Dorgommiin waggoottan…
Itiyoophiyaan dorgommiiwwan Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa lama akka qopheessitu filatamte
Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC) - Waldaan Kubbaa Miilaa Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa Itiyoophiyaan dorgommiiwwan Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa lama akka qopheessitu filatamteera.…
Taphoota moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Taphoota moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal Poortoo, Baarseloonaan Naappoolii waliin taasiisan ni eegama.…
Taphoonni mo’atanii darbuu kilaboota Awurooppaa galgala kana ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Bara darbe Waancaaf ga'ee Maanchister Siitiin kan moo'ame Intar Miilaan, Atileetikoo Maadiriid waliin morkata.
Kilaboonni lamaan kanaan…
Yooseef Gabrawaldi Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Dubartoota Biyyaleesaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Yooseef Gabrawaldi Leenjisaa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaleesaa umurii 20 gadii ta’uun muudamaniiru.
Gariichi dorgommii Waanca…
Atileet Tsiggee Dhugumaan dorgommii fiigicha meetira 800 Beelgireediin rikardii bakkichaa…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)-Atileet Tsiggee Dhugumaan dorgommii fiigicha meetira 800 Beelgireediin rikardii bakkichaa fooyyessuun injifatte.
Atileet Tsiggeen fageenyicha…
Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Dubaayitti taphatamuufi
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphni Darbii Shaggar yeroo jalqabaaf Emireetoota Araba Gamtoomanii Magaalaa Dubaayitti taphatamuufi ta’uu ibsame.
Kilaboonni lamaan Magaalaa…
Taphataa du’a ooluun oolmaa guddaa biyyaaf oole – Sabaastiiyaan Haalar
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fulduraa Iyivoorii Koosti Sabaastiiyaan Haalar dhibee Kaansarii dandamachuun biyyattiin Shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa akka taatu gahee…