Browsing Category
Ispoortii
Fiigichi guddaan Wancii Boru gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Fiigichi guddaan Wancii hunda hirmaachisu boru Wanchiitti ni gaggeeffama.
Fiigichicha gaggeessuuf haaldureewwan garaagaraa hundi xumuramaa jiraachuu…
Yergan Kiloop xumura bara taphaa kana Leenjisummaa Kilaba Liivar Puulirraa kan gaggeeffaman ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC) – Leenjisaan Kilaba Liivar Puul Yergan Kiloop xumura bara taphaa kana Leenjisummaarraa kan gaggeeffaman ta’uu ibsameera.
Leenjisichi sagantaan taphoota…
Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame qixaan…
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame galchii 1 qixaan xumurameera.
Akkasumas…
Taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman qixa xumuraman
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)-Keessummeessummaa Kootdiivaariin tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa gaggeeffamaa jiruun galgala kana taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman galchii malee qixa…
Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa qaba-BDIO
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa kan qabu ta’uu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa beeksise.
Sagantaan…
Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa Amajjii 21 eegala
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa 53ffaan Amajjii 21-26, 2016’tti Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa…
Kaameeruun gara tapha mo’atanii darbuutti darbite
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Waancaa Afrikaa 34ffaan ramaddii 3ffaarraa Kaameeruun Seneegaalitti aanuun gara tapha mo'atanii darbuutti darbite.
Tapha har'a gaggeeffameen Kaameeruun…
Ikkuwaatooriyaal Giinii fi Naayijeeriyaan tapha mo’atanii darbuuf darban
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan Ikkuwaatooriyaal Giinii fi Naayijeeriyaan tapha mo'atanii darbuuf, darbuu mirkaneeffatan.
Tapha galgala kana gaggeeffameen…
Lubbuun deeggartoota Garee Kubbaa Miilaa Giinii 6 darbe
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaan Giiniin Gaambiyaa injifachuu hordofee deeggartoota gammachuu isaanii ibsachuuf addabaabayyitti ba’an ja’a lubbuun darbuun gabaafame.…
Itiyoophiyaan Waancaa Addunyaaf utuu hindarbiin hafte
Finfinnee, Amajjii 12, 2016 (FBC)- Tapha Gulaallii xumuraa waancaa Addunyaa dubartoota umrii 20 gadiin Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Dubartootaa Itiyoophitaa gita isa Morokoo 1 fi 0’n…