Browsing Category
Ispoortii
Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii Ameerikaatti hojjetteen walqabatee Doolaara…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) – Taphataa cimaan addunyaa Kiristiyaanoo Ronaaldoon beeksisa Kiriptoo Karansii bara 2022 Ameerikaa keessatti hojjetteen walqabatee Doolaara biiliyoona 1…
Taphoonni Piriimaayer liigii Itiyoophiyaa adda citee ture boru ni eegala jedhame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer liigii Itiyoophiyaa sababa taphoota idil addunyaan adda citee ture boru ni eegala jedhameera.
Taphoonni torbee 6ffaa baruu…
Taphoota Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan Nageellee Arsiin 3-0 Silxee Waraabee injifate
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan Nageellee Arsiin 3-0 Silxee Waraabee injifachuun marsaa 3ffaaf darbuu mirkaneeffate.
Kaleessa Magaalaan…
Sarjiyoo Raamos seenaa kubbaa miilaa jaarraa 21ffaa keessatti taphata kaardii diimaa hedduu argate…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Taphataan duraanii Riyaal Maadriidifi PSG Sarjiyoo Raamos eda galgala tapha Riyaal Soosiidaan Seevillaa waliin taphaterratti Kaardii Diimaan dirree…
Tootanhaam Astoon Viillaan injifatame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har'a taphatameen Tootanhaam Astoon Viillaan goolii 2 fi 1n injifatameera.
Tootanhaam Astoon…
Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa baajata Birrii miiliyoona 220 raggaasise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa'ii idilee 27ffaa gaggeessaa ture baajata bara 2016'f Birrii miiliyoona 220 raggaasisuun xumureera.…
Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaay injifatte
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Atileet Suraanash Yirgaan Maaraatoonii Shaangaayitti dorgomame injifatte.
Atileet Suraanash fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 21 fi sekondii 28n…
Maanchiister Siitii fi Liivar Puul qixa ba’an
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Tapha Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 13ffaa har’a gaggeeffameen Maanchiister Siitii fi Liivar Puul 1-1 qixa ba’aniiru.
Sa’aatii 9:30 irraa eegalee…
Fedeeshinichi yaa’ii waliigalaa 27ffaa Magalaa Maqaleetti gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii waliigalaa 27ffaa Magalaa Maqaleetti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantii Bulchiinsa…
Dorgommiin Maaraatoonii Riilee 19ffaan Maqaleetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Dorgommiin Maaraatoonii Riilee 19ffaan Magaalaa Maqaleetti gaggeeffamaa jira.
Dorgommicharratti Atileetonni 84 kilaboota, naannolee fi bulchiinsa…