Browsing Category
Ispoortii
Hadiyyaa Hoosaa’inaan tapha Waancaa Finfinneen xumuraaf darbe
Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Hadiyyaa Hoosaa’inaan tapha Waancaa Finfinneen Madin Itiyoophiyaa injifachuun xumuraaf darbeera.
Tapha walakkaa xumura…
Morkiin darbii Kaaba Landan qixaan xumurame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Morkiin darbii Kilaboota masaanuu Kaaba Landan 194ffaan qixaan xumurameera.
Morkiin darbii Kilaboota Masaanuu kaaba Landan har'aa saatii 10:00 irraa…
Kilaboonni Darbii Kaaba Londan har’a si’a 194ffaaf waliin morkatu
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Kilaboonni Masaanuu kaaba Londan har'aa saatii 10:00 irraa eegaluun dirree Filaay Emireet irratti Arsenaal Tootinhaam waliin morkiin taasisu ni eegama.…
Atileet Tigist Asaffaan Maaraatoonii Barliin riikkardii addunyaa fooyyeseuun injifatte
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) –Atileet Tigist Asaffaan fiigicha Maaraatoonii Jarman Magaalaa Barliinitti dubartoota gidduuttii gaggeeffame riikkardii addunyaa fooyyeseuun injifatte.…
Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti Sagantaan Ispoortii Hundaa gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaatti sagantaan sosochii Ispoortii mata duree' Ispoortii hundaa fayyummaa hawaasaatiif! jedhuun…
Dursaan taphattoota Arsenaal Maartin Odegaard waliigaltee waggaa 5 mallatteesse
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu lammii Noorway Maartin Odegaard Arsenaal waliin waliigaltee waggaa 5 mallatteesse.
Taphataan sarara gidduu Arsenaal…
FIFAn sadarkaa yeroo ammaa biyyoota Afrikaa ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Waldaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Addunyaa haala waqtaawaa sadarkaa garee Kubbaa Miilaa biyyoota Afrikaa ifoomseera.
Haaluma kanaan Itiyoophiyaan…
Luusiwwan tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa waancaa Afrikaa har’a ni taphatu
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophyaa tapha Ramaddii gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a gita isaa Burrundii waliin ni taphatu.…
Fiigicha Daandirraa ‘Rigaa 2023’ irratti Atileetoonni Itiyoophiyaa ni eegamu
Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) – Fiigicha Daandirraa Laatiiviyaa magaalaa Rigaatti gaggeeffamurratti Atileetoonni Itiyoophiyaa tilmaama injifannoo argataniiru.
Atileetoonni 347…
Taphattoonni duraanii garee Kubbaa miilaa Itiyoophiyaa 2 du’aan boqotan
Finfinnee, Fulbaana 9 ,2015 (FBC)- Taphattoonni duraanii Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Isheetuu Gabirahiiwotii fi Tewoodiroos Asgadoom du’aan addunyaa kanarraa du'aan…