Browsing Category
Ispoortii
Atleet Taammiraat Tolaan fiigicha walakkaa maaraatoonii Niwuukaasilitti gaggeeffame injifate
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Atleet Taammiraat Tolaan fiigicha walakkaa maaraatoonii Ingiliiz magaalaa Niwuukaasilitti gaggeeffame injifateera.
Fageenyicha daqiiqaa 59:58 xummuruun…
Magaalaa Finfineetti iddooleen oolmaa dargaggootaa eebbifaman
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfineetti Qaammee 5, Guyyaa dhalootaa sababeeffachuun iddooleen oolmaa dargaggootaa eebbifamaniiru.
Har’a Qaammeen 5, Guyyaan Dhalootaa…
Kilabni Meeboon Roobeen Shaampiyoonaa Kilaboota liigii 1ffaa Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Dorgommiin Shaampiyoonaa Kilaboota liigii 1ffaa Oromiyaa waliigalaa kan 2015 Magaalaa Roobeetti dorgomamaa ture Olaantummaa Kilaba Meeboon Roobeen…
Gareen biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ijipti waliin ni taphata
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Waaliyaawwan har’a galgala gita isaa Ijipti waliin ni taphata.
Hirmaannaa Waancaa Afrikaa ala ta’uun isaa…
Kaadhimamtoonni Badhaasa Baaloondoorii (Balllon d’Or) bara 2023 ifoomaan
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) –Taphattoonni ciccimoon Badhaasa Baaloondoorii (Balllon d'Or) bara 2023f kaadhimaman ifooman.
Taphattoonni 30 badhaasa kanaaf kan kaadhimaman yoo ta’uu’…
Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha gulaalli Waancaa Afrikaaf Kaayiroo gale
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gita isaa Ijibti waliin tapha gulaalli Waancaa Afrikaa taasisuuf Kaayiroo galeera.
Jilli taphattootaa fi…
Garee jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf sirni badhaasa kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Garee jilaa Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaarraatti hirmaataniif sirni badhaasa kennuu Masaaraa Mootummaa…
Arsenaalii fi Maanchister Yuunayitid si’a 237ffaaf walmorkatu
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 4ffaan Arsenaal dirree isaa Filaay Emireet irratti Maanchister Yuunayitid har'a keessummeessu hawwiin eegama.…
Atleet Lattasanbat Maaraatoonii Niwuu Yoorki Baatii Sadaasaa keessa gaggeeffamurratti ni hirmaatti…
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC) – Atleet Lattasanbat Giday Maaraatoonii Niwuu Yoorki bara Faranjootaa Sadaasaa 5, 2023 gaggeeffamurratti kan hirmaattu ta’uu ibsameera.
Atleet…
Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Ramaddiin Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara 2023/24 har'a Faransaay Monaakootti ifoomeera.
Maanchiister Yuunaayitiid, Baayern Muunik, Kooppan Haganii…