Browsing Category
Ispoortii
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 18 gadii har’a gita isaa Ugaandaa waliin ni taphata
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyoolessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 18 gadii har'a tapha Waancaa Bahaa fi Giddu galeessa Afrikaaf gita isaa Ugaandaa…
Dhalattuu Ityoophiyaa Urjii Garee Biyyoolessaa Dubartoota Ameerikaa -Naa’oomii Girmaa
Finfinnee, Adoolessa 17, 2015 (FBC) – Dhalattuun Ityoophiyaa Naa'oomii Girmaan tapha Waancaa Addunyaan Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyoolessaa Ameerikaa waliin ga'umsa guddaa agarsiisaa…
Atleeti Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi liigii Landan injifatte
Finfinnee, Adoolessa 16, 2015 (FBC) – Atleeti Gudaaf Tsaggaayiin fiigicha Daayimandi liigii meetira kuma 5 dubartoota gidduutti Ingiliz magaalaa Landanitti dorgomame injifatteerti.
Atleet…
Saalaaddiin Sa’iid tapha dhaabe
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Kilaboota Kubbaa Miilaa garaagaraa fi Garee Biyyaalessa Ityoophiyaa waggoota hedduuf tajaajilaa kan ture Saalaaddiin Sa’iid taphaa dhaabuun ibsame.…
Inter Maayaamiin tikkeetii tapha jalqabaa Meesii Doolaara kuma 110’n gurgure
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Liyooneel Meesiin erga ifatti garee Ameerikaa Inter Maayaamiitti makamee, tapha jalqabaa taasisuuf gatiin tikkeetii seensa Istaadiyeemii dabaluun…
Atleeti Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu Fiigicha Daayimandii Liigii Poolaandi injifatan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Fiigichaa Daaymandi Liigii 8ffaa Poolaand Magaalaa Siileesiiyaatti gaggeeffameen Atileet Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu injifachuu danda’aniiru.…
Luusiiwwan gita isaanii tapha deebiin injifatan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Gareen Kubba Miilaa Biyyaalessaa Dubartoota Ityoophiyaa Luusiiwwan tapha deeBiin gita isaanii Chaad 4 fi 0 injifataniiru.
Olompikii Kubbaa Miilaa…
Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa ifoome
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa har'a Kootidivaaritti ifoomeera.
Ityoophiyaan Ijipti, Burkinaafaasoo, Jibuutii,…
Adaamaan Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta’e
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Dorgommii Madaallii Guddattoota Oromiyaan Magaalli Adaamaa Godina Jimmaa 2-0n injifachuun Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta'eera.…
Luusiwwan Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu jedhameera.
Haala taphichaa ilaalchisee leenjisaan…