Browsing Category
Ispoortii
Waaliyaawwan tapha gulaallii ramaddii 5ffaa har’a Maalaawwii waliin taphata
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddii 5ffaa har’a Maalaawwii waliin ni taphata.
Waaliyaawwan har’a…
Ammaan booda Kubbaan miilaa sanyummaan keessatti calaqqisu hin jiraatu – FIFA
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa ammaan booda Kubbaan miilaa sanyummaan keessatti calaqqisu kan hin jiraanne ta’uu ifoomse.
Waldichi…
Atleet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha daayimand liigii Oslootti fiigame injifate
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2015 (FBC) – Atleet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha daayimand liigii halkan edaa Noorweey magaalaa Oslootti fiigame injifateera.
Dorgommii meetira kuma 5 dhiiroota…
Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoomeera.
Akkataa sagantaa ba’eetti torbeen dorgommii Piriimeerliigichaa bara faraanjoota Hagayyaa 11,…
Rikardii haaraan Atileet Lammeechaa Girmaan galmeesse ragga’eef
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii Fiigichaa mana keessaa meetira kuma 3 Paariis irratti rikardii haaraan galmeesse ragga’e.
Atileet Lammeechaa…
Waaliyaawwan tapha gulaallii ramaddii 5ffaa Maalaawwii waliin qabaniif qophii eegalan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddii 5ffaa Maalaawwii waliin qabuuf qophii taasiisuu eegaleera.…
Atileet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 rikardii cabsuun injifate
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommiin fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daaymandi Liigii Paaris rikardii addunyaa cabsuun injifate.
Atileet…
Fiigichi Maaraatoonii Atleetoota biyyoota 6 hirmaachisu Dilbata dhufu Asmaaraatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa dabalatee Atleetoota biyyoota 6 kan hirmaachisu Fiigichi Maaraatoonii Asmaraa Dilbata dhufu Asmaaraatti kan gaggeeffamu Komishiniin Aadaa fi…
Liyooneel Meesiin Intar Maayamiitti imaluufi
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Urjiin kubbaa miilaa Arjantiinaa Liyooneel Meesiin kilabaa isaa Faransaay PSJ gadi lakkisuun garee Kubbaa miilaa Ameerikaa Intar Maayamii seenuufi.
Gara…
Namootni taphataa Riyaal Maadrid Viinisheyes Juuner sanyummaan arrabsan adabaman
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Namootni taphataa Riyaal Maadrid Viinisheyes Juuner arrabsoo sanyummaan arrabsan 7 adabamaniiru.
Namootni afur Yuuroo kuma 60 yoo adabaman, dabalataan…