Browsing Category
Ispoortii
Baayern Muunik leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Jarman Baayern Muunik leenjisaa isaa Juuliyaan Neeglisimaan leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise.
Leenjisichi jijjiirama…
Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee biyyaalessaaf yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa galmeesse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Poorchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa biyyattiif yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa…
Meesut Ooziil tapha kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Taphataan sarara gidduu garee Biyyaalessa Jarman Meesut Ooziil tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksiseera.
Ga’eessi umrii waggaa 34 Meesut Ooziil…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa fiigicha gufachiisaa fi Tarkaanfii eegalame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa fiigicha gufachiisa gabaabaa, giddu galeessaa, Meetira kuma 3, Tarkaanfii fi akaakuuwwan biroon Akkaadaamii…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Giinii waliin qabu taphachuuf gara Moorookoo imaleera.
Jilli garichaa…
Maaraatoonii Room irratti qophiin yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Maaraatoonii Room irratti qophiin yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaa gaggeeffameera.
Lammiin Ityoophiyaa Eermiyaas Ayyalaan maaraatoon Room irratti…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa Gitasaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ruwaandaa 1fi…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ga’umsa madaalliin gitasaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ruwaandaa 1fi 0 injifateera.
Kana’aan…
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa gitasaa Ruwaandaa waliin har’a tapha ga’umsa madaallii ni…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gitasaa Ruwaandaa waliin har'a tapha ga'umsa madaallii kan taphatu ta'uu ibsameera.
Tapha gulaallii…
Dorgommii Atileetiksii “Jibutii Intarnaashinaal Miit’ irratti Atileetonni Ityoophiyaa Injiftan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2015 (FBC)- Dorgommii Atileetiksii “Jibutii Intarnaashinaal Miit’ yeroo 6ffaaf gaggeeffamerratti Atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii…
Ramaddiin Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Ramaddiin nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan Riyaal Maadriid – Cheelsii,
Beeniifikaa - Intar Miilaan…