Browsing Category
Ispoortii
Liigii Olaanoo Oromiyaan Gimbiin galchii 4 fi 0n Jaardegaa Jaartee injifate
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Oromiyaan har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Gimbiin galchii 4 fi 0n Jaardegaa Jaartee injifateera.
Taphoonni Liigii…
Cheelsiin Wolvisiin injifatame
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaa har'a gaggeeffameen Cheensiin Wolvisiin goolii 2 fi 1n injifatameera.
Cheelsiin bara taphaa kana…
Liivarpuul 1 -1 Arsenaal
Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 18ffaan taphni Liivarpuulii fi Arsenaal gidduutti gaggeeffame goolii 1 qixaan xumurame.
Taphoota biroo…
Taphni Kubbaa Miilaa Liigii Olaanoo Oromiyaa borurraa eegalee gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 13, 2016 (FBC)- Taphni Liigii Olaanoo Oromiyaa Dilbata boruurraa eegalee Istaadiyamii Wallaggaa Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamuu eegala.
Taphni Baniinsaa Liigii Olaanoo…
Luwiis Suwaareez Itermiyaamiitti makamuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Mudde 12, 2016 (FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Uraagaay Luwiis Suwaareez Itermiyaamiitti makamuuf waliigaltee mallatteessuun ibse.
Luwiis…
Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Ramaddiin tapha moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Ramaddii har’a ifoomeen Poortoon Arsenaal, Naappooliin Baayerni Munik waliin…
Yaadannoo Atileet Abbabaa Biqilaaf dorgommiin Maaraatoonii walakkaa Jaappaanitti gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)-Yaadannoo gooticha Atileet Abbabaa Biqilaaf dorgommiin Maaraatoonii walakkaa Jaappaan Magaalaa Kaasaamaatti gaggeeffameera.
Dorgommicharratti namoonnii Kuma…
Fiigicha daandiirra Hindiitti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Mudde 7, 2016 (FBC)-Dorgommii Fiigicha Daandiirraa Hindiitti Gaggeeffamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa milka'aniiru.
Cheelsii fi Niiwukaastiil morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiister Siitiin qixa bahe
Finfinnee, Mudde 6, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har'a taphatameen Cheelsii fi Niiwukaastiil morkattoota isaaniin yoo injifatan, Maanchiister Siitiin…
Abjuu osoo hin dhugoomin hafe, imala Shaambiyoonsi Liigii Awurooppaa Niwuukaastiil
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Waggaa 20 booda gara Shaampyoonsi Liigiitti kan deebi'e Niwuukaastil, morkataa isaa AC miilaaniin 2-1n mo'amee dorgommichaan ala ta'eera.
Niwuukaastil…