Browsing Category
Ispoortii
Kiristaal Paalaas leenjisaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015(FBC)- Kilabni kubbaa miilaa Ingiliz Kiristaal Paalaas leenjisaa isaa Paatiriik Viiyeeraa gaggeessuu beeksise.
Kilabichi taphataa sarara gidduu duraanii…
Piriimaayeer Liigiin Ityoophiyaa torbee 18ffaa eegalee magaalaa Adaamaatti taphatama
Finfinnee, Bitootessa 7, 2015 (FBC) – Piriimayeer Liigiin Ityoophiyaa torbee 18ffaa eegalee magaalaa Adaamaatti kan taphatamu ta’uu Dhaabbanni Liigichaa beeksiise.
Taphoonni Piriimaayeer…
Fiigichi Maaraatoonii Walakkaa Dabira Birhaanitti gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Dorgommiin Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa 16ffaan Magaalaa Dabira Birhaanitti gaggeeffameera.
Dorgommichaan naannolee lama, kilabootaa fi dhaabbile 12…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan har’a waaree boodaa eegaluun ni…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 27ffaan har'a waaree boodaa sa'aatii 9:30 irraa jalqabee tapha Boornimaawuz Liivar Puul keessummeessuun…
Neeyimaar Juuniiyer hanga xumura bara taphichaatti gara taphaatti hin deebi’u jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) –Taphataan sarara fuulduraa PSG Neeyimaar Juuniiyer sababa miidhamaan hanga xumura bara taphichaatti gara taphaatti hin deebi'u jedhameera.
Neeyimaar…
Shaampiyoonaan Ispoortii tapha guutuu Godina Wallaggaa Bahaa Istaadiyeemii Wallaggaatti eegalame
Finfinnee, Guraandhala 27 ,2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii tapha guutuu Aanaalee Godina Wallaggaa Bahaa magaalaa Naqamtee Istaadiyeemii Wallaggaatti eegalameera.
Shaampiyoonichi…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaalee Godina Harargee Bahaa eegale
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) –Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaalee Godina Harargee Bahaa 20 fi bulchiinsa magaaloota 4 hirmaachise eegaleera.
Shaampiyoonichi kubbaa miilaa fi…
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii Maaraatoonii Tookiyoon milkaa’aan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2015 (FBC) –Atleetoonni Ityoophiyaa kooriniyaa lamaaniinuu dorgommii Maaraatoonii Tookiyoon milkaa'aniiru.
Dorgommii dhiirota gidduutti taasifameen Atleet…
Liyooneel Meesiin Badhaasa taphataa cimaa FIFA injifate
Finfinnee, Guraandhala 21, 2015 (FBC) – Taphataan garee biyyaalessaa Arjentiinaa fi PSG yeroo ammaa Liyooneel Meesiin Badhaasa taphataa cimaa Waldaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa…
Biyyoota garaagaraatti dorgommiiwwan atileetiksiin Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Guraandhala 20, 2015 (FBC)-Sanbataa fi Dilbataa biyyoota garaagraatti dorgommiiwwan Atileetiksii gaggeeffamaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii Maaraatoonii…