Browsing Category
Ispoortii
Saalaaddiin Sa’iid tapha dhaabe
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Kilaboota Kubbaa Miilaa garaagaraa fi Garee Biyyaalessa Ityoophiyaa waggoota hedduuf tajaajilaa kan ture Saalaaddiin Sa’iid taphaa dhaabuun ibsame.…
Inter Maayaamiin tikkeetii tapha jalqabaa Meesii Doolaara kuma 110’n gurgure
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Liyooneel Meesiin erga ifatti garee Ameerikaa Inter Maayaamiitti makamee, tapha jalqabaa taasisuuf gatiin tikkeetii seensa Istaadiyeemii dabaluun…
Atleeti Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu Fiigicha Daayimandii Liigii Poolaandi injifatan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Fiigichaa Daaymandi Liigii 8ffaa Poolaand Magaalaa Siileesiiyaatti gaggeeffameen Atileet Hiruut Mashashaa fi Firewayiin Haayiluu injifachuu danda’aniiru.…
Luusiiwwan gita isaanii tapha deebiin injifatan
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)- Gareen Kubba Miilaa Biyyaalessaa Dubartoota Ityoophiyaa Luusiiwwan tapha deeBiin gita isaanii Chaad 4 fi 0 injifataniiru.
Olompikii Kubbaa Miilaa…
Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa ifoome
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha waancaa Addunyaa bara 2026 Zoonii Afrikaa har'a Kootidivaaritti ifoomeera.
Ityoophiyaan Ijipti, Burkinaafaasoo, Jibuutii,…
Adaamaan Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta’e
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC) – Dorgommii Madaallii Guddattoota Oromiyaan Magaalli Adaamaa Godina Jimmaa 2-0n injifachuun Shaampiyoonaa Guddattoota Oromiyaa bara 2015 ta'eera.…
Luusiwwan Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) –Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa Boru gita isaanii Chaad waliin ni taphatu jedhameera.
Haala taphichaa ilaalchisee leenjisaan…
Shaampiyoonaan dorgommii Teekwaandoo Finfinneetti eegale
Finfinneen, Adoolessa 3, 2015 (FBC)- Dorgommiin Shaampiyoonaan kilabootaa Teekwaandoo 2015 Finfinnee ispoortessitoota 500 hirmaachisee eegalame.
Dorgommii Shaampiyoonichaan Kilaboonni 45…
Atleet Yaalemzarfi fiigicha meetira kuma 10 Afrikaa Kibbaatti gaggeeffame injifatte
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Atleet Yaalemzarfi Yewahalaw fiigicha meetira kuma 10 Afrikaa Kibbaa magaalaa Darbaanitti fiiggame injifatteerti.
Fageenyicha daqiiqaa 30 fi sekondii…
Kilabiin Kubbaa Miilaa Dubartootaa Amboo Goal FIFA Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Ityoophiyaa…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2015 (FBC) – Taphoota Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Ityoophiyaa dubartootaan Kilabiin Amboo Goal FIFA Dabra Maarqos goolii 5-1'n injifachuun Shaampiyoona bara…