Browsing Category
Ispoortii
Naannoon Oromiyaa waldorgommii shaampiyoonaa atileetiksii guddattoota biyyaalessaa olaantummaan…
Finfinnee, Guraandhala 19, 2015(FBC)- Waldorgommii Shaampiyoonaa atileetiksii Guddattootaa Biyyoolessaa 1ffaa Magaalaa Dirree Daawaatti adeemsifamaa tureen gareen Atileetiksii guddattoota…
Atileet Gudaaf Tsaggaayee fiicha mana keessaa meetira 3000 injifatte
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayee fiicha mana keessaa dubartootaa meetira 3000 injifatte.
Fiigichaa mana keessa meetira 3000 Barmiingihaamitti…
Aanaan Gommaa Shaamphiyoonaa Ispoortii Aanaalee Jimmaa taate
Finfinnee Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii Aanaalee Godina Jimmaa olantummaa Aanaa Gommaan xumurame.
Hirmaannaa fi naamusaan Aanaan Saqqaa Coqorsaa injifateera.…
Fiigichi guddichi Magaalaa Shaggar 1ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 18, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti fiigichi guddaan Kiiloo meetira shanii 1ffaa fi sochiin ispoortii hawaasaa kutaa magaalaa Koyyee Facceetti adeemsifamaa…
Ispoortessaan Garramawu Damboobaan boqote
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)-Ispoortessaa beekamaan Biskileetaa Garramawu Damboobaa umrii waggaa 90ffaatti du’aan addunyaa kanarraa boqoteera.
Garramawu Damboobaa dhibee mudateen…
Garee Ispoortii manneen barnootaa Ityoophiyaa bakka bu’uun waldorgommii ispoortii…
Finfinnee, Guraandhala 15, 2015(FBC)- Garee Ispoortii manneen barnootaa Ityoophiyaa bakka bu’uun waldorgommii ispoortii Paan-Afrikaaniziimi Taanzaaniyaatti gaggeeffamerratti hirmaateef sirni…
Jila Atleetiksii dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaateef Badhaasnii fi…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Jila Atleetiksii Ityoophiyaa dorgommii Qaaxxamura Biyyaa Idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaachuun sadarkaa 2ffaan xumureef Badhaasnii fi beekkamtiin…
Jilli Atleetiksii dorgommii Qaxxaamura biyyaa idil Addunyaarratti hirmaachuun sadarkaa 2ffaan xumure…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa dorgommii Qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa 44ffaarratti hirmaachuun sadarkaa 2ffaan xumure Finfinnee galeera.…
Shaampiyoonaa Manneen Barnootaa Paan Afrikaanizimii Naannoon Oromiyaa sadarkaa 2ffaan xumure
Finfinnee, Guraandhala 12, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa bakka bu'uun Shaampiyoonaa Manneen Barnootaa Paan Afrikaanizimii Taanzaaniyaatti gaggeeffamerratti kan hirmaate Naannoon Oromiyaa Koorniyaa…
Astoon Viilaa 2 – 4 Arsenaal
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2015 (FBC) - Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Astoon Viilaa injifachuun dursummaa liigichaatti deebi'e.
Tapha har'a waaree booda kilaboota lamaan…