Browsing Category
Ispoortii
Itiyoophiyaan Maalii 4 fi 0’n injifatte
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Gareen kubbaa Miilaa dubartoota Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii 20 gadii tapha har’a Maalii waliin taphateen 4 fi 0’n injifateera.
Gareen Kubbaa Miilaa…
Fiigichi Guddichi 23ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Dorgommiin Fiigicha Guddichaa Itiyoophiyaa 23ffaan gaggeeffame.
Sirna jalqabsiisa dorgommichaarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee, Kantiibaa…
Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta’uun filataman
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Pireezidaantii Buunyaa Itiyoophiyaa, Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta'uun filatamaniiru.
Yaa'iin waliigalaa…
Garee Olompikii Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaataniif sanadni waliigaltee eeyyama…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Garee Olompikii Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaataniif qophii Olompikichaaf sanadni waliigaltee eeyyama Istaadiyeemii Shaakalaa itti…
Eevartan seera Faayinaansii Piriimaayer liigii darbuu isaan qabxiin 10 irraa hir’ate
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Kilabni Marsiisaayid Eevartan seera Faayinaansii Piriimaayer liigii Ingilaandi darbuu isaan qabxiin 10 irraa hir’ateera.
Qorannoo fi hojii qulqulleessuu…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Nagallee Arsii Dabre Birhaan injifate
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa gaggeeffamaa jiruun Nagallee Arsiin Dabre Birhaan goolii 1fi 0n injifateera.
Nagallee Arsiin tapha 2ffaa isaan…
Federeeshinichi tapha kaleessa Itiyoophiyaan Seeraaliyoon waliin taphatterratti komii dhiyeesse
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa tapha kaleessa Itiyoophiyaan Seeraaliyoon waliin taphatterratti FIFA’f komii dhiyeesseera.
Haala qilleensaa…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa galchii bal’aan injifate
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa ramaddii B har’a Magaalaa Hawaasaatti taphatameen Kilabni Magaalaa Shaggar Buna Kafaa Galchii 4-0n injifateera.
Kilabni…
Waaliyaawwan har’a gita isaanii Seeraaliyoon waliin ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii waancaa Addunyaa marsaa jalqabaa gita isaa Seeraaliyoon waliin har'a ni taphata.…
Atileet Tigisti Asaffaan filannoo badhaasa xumuraa Atileetii cimtuu waggaa 5 marsaa xumuraaf geesse
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatooniin riikkardii addunyaa kan fooyyeessite Atileet Tigisti Asaffaan kaadhimamtoota badhaasa waggaa Atileetii cimtuu marsaa xumuraaf…