Browsing Category
Ispoortii
Fiigicha qaxxamuraa biyyaa Idil Addunyaa Awustiraaliyaatti dorgomameen Atleetonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Fiigicha qaxxamuraa biyyaa Idil Addunyaa 44ffaa Awustiraaliyaatti dorgomameen Atleetonnii Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii kiiloo meetiraa 8…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonnii 8 ni taphatamu
Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphoota torbee 24ffaan har’a taphoonni 8 ni taphatamu.
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonnii 8 kan…
Atleet Lammeechaa Girmaa Fiigicha Mana keessaa meetira kuma 3 riikkardii haaraa galmeessuun injifate
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2015 (FBC) -Atleet Lammeechaa Girmaa Fiigicha Mana keessaa meetira kuma 3 riikkardii addunyaa haaraa galmeessuun injifateera.
Fageenyicha daqiiqaa 7 fi…
Gareen Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii manneen barnootaarratti hirmaatu gara…
Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa miilaa manneen Barnoota Naannoo Oromiyaa irraa Ityoophiyaa bakka bu'uun dorgommii manneen barnootaa Taanzaaniyaatti qophaa’erratti…
Maaraatooniin Dubaay koorniyaa lamaaninuu injifannoo Atleetoota Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Dorgommii Maaraatooniin Dubaayitti gaggeeffameen koorniyaa lamaaninuu Atleetoonni Ityoophiyaan injifatan.
Dorgommii Atleetoota dhiiraa gidduutti…
Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 20015 (FBC) - Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifameera.
Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa…
Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii fiigichaa maayila tokkoo Poolaanditti gaggeeffameen sa’aatii…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015(FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii fiigichaa mana keessaa maayila tokkoo kaleessa galgala Poolaand magaalaa Tooranitti gaggeeffameen sa’aatii saffisaa…
Kiristiyaan Atisuun kirkira lafaa Turkii fi Sooriyaatti mudateen jijjiga gamoo jalaa lubbuun hafe
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) –Taphataan sarara qarqaraa Cheelsii fi Niwuu Kaastiil duraanii Kiristiyaan Atisuun Kirkira lafaa Turkii fi Sooriyaatti mudateen jijjiga gamoo jalaa Lubbuun…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Umrii waggaa 20 gadii xumurame
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa Umrii waggaa 20 gadii 11ffaan xumurameera.
Shaampiyoonichaan gareen atileetiksii Baankii Daldala Ityoophiyaa…
Siifan Hasan Maaraatoonii Landan irratti ni hirmaatti jedhame
Finfinnee, Amajjii 26 ,2015 (FBC)- Siifan Hasan Maaraatoonii Landan irratti kan hirmaattu ta’uu ibsame.
Dorgommii Olompiikiin fiigicha meetira 5,000 fi 10,000’n meedaaliyaa warqee kan…