Browsing Category
Ispoortii
Cheelsii 4 – 4 Maanchiister Siiitii
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphni Si'oominaan eegamaa ture qixaan xumurame
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin taphni Cheelsii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti gaggeeffame goolii 4…
Fiigicha Maaraatoonii Beeruutiin Atileetoonni Itiyoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) –Fiigicha Maaraatoonii Beeruutiitti fiiggameen Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu riikkardii iddichaa fooyyeessuun injifatan.
Dorgommii…
Taphataan sarara fuulduraa Gaanaa Raafaa’el Daamenaa, dirree keessatti gaggabee kufuun lubbuun isaa…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Gaanaa Raafaa’el Daamenaa, dirree keessatti gaggabee kufuun lubbuun isaa darbuu ibsameera.
Tapha liigii Albaniyaatti…
Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam injifatame
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand har'a gaggeeffameen Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam…
Taphattoonni Garee Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan ifooman
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Taphattoonni Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan 23 ifoomaniiru.
Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa…
Ramaddiin Tapha Waancaa Kilaboota Itiyoophiyaa 2ffaan ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Kilaboonni liigiin Olaanoo fi Piriimer Liigii kan irratti hirmaatanii Rammaddiin tapha waanca kilaaboota Ityoophiyaa 2ffaan ifoomeera.
Rammaddi “A”…
Jibuutii 1 – 8 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 15 gadii gita isaa Jiibuutii goolii 8 fi 1n injifate.
Dorgommii tapha Kubbaa Miilaa…
Atileet Malkaa Darribee fi Daraartuu Hayiluu Maaraatoonii Shuuzuu injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa Shuuzuutti fiiggameen Atileetoonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lamaaniinuu milkaa’an.
Dorgommii Maaraatoonii Dhiiroota…
Atileet Taammiraat Tolaan Maraatoonii Niwuyoorki injifate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)- Dorgommii Fiigicha Maraatoonii Magaalaa Niwuyoork 2023 Dhiirotaan Atileet Taammiraat Tolaan 1ffaa ba'uun injifateera.
Dorgommicha dubartootaan ammo…
Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsate
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz goolii 6 fi 1n injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsateera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan…