Browsing Category
Ispoortii
Amaanu’eel Isaayyaas gulantaa Inistiraaktarummaa Idil Addunyaa kubbaa saaphanaa argatan
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-Federeeshiniin Kubbaa Saaphanaa Idil Addunyaa Amaanu’eel Isaayyaasiif gulantaa Inistiraaktarummaa Idil Addunyaa tapha kubbaa saaphanaa kenne.
Haaluma kanaan…
Moorokoo 1 – 0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Taphni michummaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Moorokoo gidduutti taphatame olaantummaa Moorokoon xumurameera.
Moorokoon goolii 1 fi 0…
Obbo Isaayyas Jiraan Ittaanaa Pireezidaantii Seekaafaa ta’uun irra deebiin filataman
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Obbo Isaayyas Jiraan Ittaanaa Pireezidaantii Mana Maree Waldaa Kubbaa Miilaa Bahaafi Giddugala Afrikaa…
Atleet Xiruunesh Dibaabaan turtii waggoota 4 booda gara fiigichaatti deebi’uufi
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan yeroo 3 Olompikii fi Shaampiyoonaan yeroo 5 Shaampiyoonaa Addunyaa Atleet Xiruunesh Dibaabaan turtii waggoota 4 booda gara fiigichaatti…
Sirni Awwaalcha Peelee raawwate
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Sirni awwaalcha mootii kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peelee raawwateera.
Yeroo sadii waancaa addunyaa injifachuun seenaa hojjeteen kan hedduu faarfamu…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaleessaa Ityoophiyaa Morookootti imale
Finfinnee, Mudde 26, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaleessaa Ityoophiyaa dorgommii Chaan irratti hirmaachuuf gara Moorookootti imaleera.
Garichi imala isaa jalaqabaa jibti Kaayiroo…
Lammiileen Biraaziil Mootii kubbaa miilaa isaanii Peelee kabajaan gaggeessaniiru
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Lammiileen Biraaziil mootii fi urjii kubbaa miilaa isaanii Peelee kabajaan gaggeessaniiru.
Peeleen dhibee kaansarii mar’imaaniin dhukkubsachaa…
Dorgommii Paan-Afrikaan Naannoon Oromiyaa koorniyaa lamaaniin shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)-Wal morkii manneen barnootaa naannolee guyyoota sadiif Adaamaatti gaggeeffamaa tureen Naannoon Oromiyaa Koorniyaa lameenin Ityoophiyaa bakka bu'uun walmorki…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo…
Finfinnee, Mudde 22, 2015 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandii torbee 17ffaa har'a taphatameen Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Poorchugaal Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame.
Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii…