Browsing Category
Ispoortii
Tapha Miira masaanummaa jabaa Maanchiister Yuunaayitiid fi Maanchiister Siitii har’a…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Taphoota Pirimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni Kilabootni masaanuun lamaan taasiisan xiyyeeffannoo argateera.
Taphni Maanchuriyaan…
Kilabni Kubbaa Miillaa Magaalaa Shaashamannee leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miillaa Magaalaa Shaashamannee leenjisaa isaa Tsaggaayee Wandimmuu hojii leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise.
Kilabichi Kaleessa…
Luusiwwan har’a gita isaanii Naayijeeriiyaa waliin taphatu
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Itiyoophiyaa gulaallii Olompikii gita isaa Naayijeeriiyaa ni taphata.
Taphni gulaallii jalqabaa…
Fiigicha Maaraatoonii walakkaa Vaaleenshiyaan Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’an
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’uun xumuraniiru.
Fiigichichaarratti…
Cheelsii 2 – 2 Arsenaal
Finfinnee, Onkololeesa 10, 2016 (FBC) - Darbiin Landan qixaan xumurame.
Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaa har'a taphatameen darbiin Landan qixaan yoo xumuramu,…
Tapha Kilaboota Darbii Laandan Cheelsii fi Arsenaal akkaan eegamu
Finfinnee, Onkololeessa 9, 2016 (FBC)- Darbii Laandaniin tapha Piriimiyer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan Istaanfoordi Biriijitti taphni Cheelsiin Arsenaaliin keessummeessu hawwiin eegama.…
Ilmi Kiristiyaanoo Roonaaldoo garee Al Naasir umrii 13 gadiif mallatteesse
Finfinnee, Onkololeesa 8, 2016 (FBC) - Ilmi Kiristiyaanoo Roonaaldoo, Roonaaldoo Juuniyeer garee Al Naasir umrii 13 gadiif mallatteesseera.
Roonaaldoo Juuniyeer yeroo itti aanu…
Neemaar midhama isa mudateen baatiwwan 8 -10 dirreerraa fagaachuu danda’a jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fulduraa garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Biraaziil Neemaar Juuniiyer midhama isa mudateen baatiwwan 8-10 dirreerraa fagaachuu akka…
Fiigicha Maaraatoonii Tooroontoon Atileetoonni Itiyoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Fiigicha Maaraatoonii Kaanaadaa magaalaa Tooroontootti gaggeeffameen Atileetoonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti…
Gareen Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf gita isaa…
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalesaa Itiyoophiyaa dubartoota Umurii 20 gadii Gulaallii Waancaa Addunyaaf Ikuwaatooriyaal Giinii 4-1 injifachuun marsaa…